Barreeffama Obboo Juneddii Saaddoorratti dhiyaate
Abdii Boruutiin* Waayee Juneddii Saaddoo ilaalchisee, gaafiin dhiyoo kana akka mata duretti ka’e “Ob. Juneddii Saaddoo eenyu?” kan jedhu gara gaafii biraatti ce’ee “Obboo Abdii Boruu eenyu?” kan...
View ArticleYaa Oromtittii Ka’i*
Taammanaa Bitimaa irraa*- Yaa dubartii Oromoo Hundee sabaa fi qomoo Oromoo Oromtittii Abdii keenya sabbittii!** Oromtittii harmee biyyaa Ijjeen teenya yaadha firaa Dhagayi shoolee tiyyaa Anoo cinqameen...
View ArticleHaadhalatuu Sadii!
Haadhalatu Sadii Aakka Baqalaa Nadhii … Ofii Dungoo ta’ee Deegaa dhaaf boba’ee! Na-argaa na-ilaalaa Takkaa jedhee hin beeku Natu beeka na-caala … Gutummaa jiruusaa Dunyaa dhangalaasee Mi’ooftuu...
View ArticleGumaata: Dr. Paul T. W. Baxter (1925-2014)
A/salam Ali Du’a Ulfaattuu Duutii hunduu ulfaattu jechuun keessan ni mala. Ammoo duutii nama ummataa dalagee, tilmaama guddaa ummataa dhiisee, bira dabreetis ummata faarsee, dhugaa isaa bifa qabatamaa...
View ArticleAFAAN’s Aad. Toltu Tufa in Toronto, Canada, on April 5, 2014
Venue: 94 Kenhar Drive, Toronto
View ArticleKoongirasii Federaalistii Oromoo (KFO/OFC) Kora Isaa Kan Shaashamannee...
Koongirasiin Federaalistii Oromoo (KFO/OFC) kora guyyaa kaleessaa, Bitootessa 7, 2014 magaalaa Shashamanneetti waame milkiidhaan raawwate. Kora kanarratti uummanni baayyeen hirmaateera. Kora kanarratti...
View ArticleLeenca Gurmuun Bobba’e Galli – Milkiidha!
Jiituu Lammii – Dirree Qabsoo, Zoonii kibbaarraa “Nan baasa gumaa gootowwan koo; Nan baasa gumaa! Qoosaa mit-lubbuun jaallan koo; Nan baasa gumaa! …” Hanga ijji koo danda’uttan bitaa mirga koo ilaale....
View ArticleThe Guardian (UK): PTW Baxter obituary
Hector Blackhurst | The Guardian (UK) My friend, the social anthropologist PTW (Paul) Baxter, who has died aged 89, made a significant contribution to western understanding of the Oromo peoples of...
View ArticleKonsartii Hara Haramaayaa – Bitootessa/March 23, 2014 (ykn Bitootessa 14, 2006)
Bakka: Yuunivarsiitii Haramaayaa (Istaadiyoomii Keessa) Sa’a: Waaree Booda Sa’a 1:00PM (7:00) irraa eegalee Guyyaa: Bitootessa/March 23, 2014 (ykn Bitootessa 14, 2006) Dabalata: Fiilmiin Sambata Duraa...
View ArticleUOSE/UOSG (Germany): Call for Conference on Oromo Heroes/Heroines Day
The Union of Oromo Students in Europe, (UOSE) or Tokkumma Bartoota Oromoo Awurooppaa (TBOA) is a student organization based in Germany. Founded in 1974, it is a political organization that functions...
View ArticleBuqqifama Oromoota Shaggarii fi Naannoo Isaa – Kutaa Sadaffaa
Taammanaa Bitimaa irraa*- DURADUBBII Dubbiftoota barreeffama kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kutaalee lamaan dabran akka argattanii dubbiftan nan abdaddha. Xumura kutaa lammaffaa keessatti, kunoo akkana...
View ArticleIFIININ HAASAWAA IFITTIN HASAASA
Ifiinin haasawaa ifittin hasaasaa Kophaa koo guungumeen kuta yaada keessa Hiriyyoota keessaa kophatti na baasaa Guyyaa na ceesisaa kophaa na kaachisaa Narratti wal geeysee halkan yoomin ciisaa Ifiinin...
View ArticleArtisti Almaaz Tafarraa Boqotte (1957-2014) | Artist Almaz Tefera Passes Away
Gadaa.com expresses its condolences to Artist Almaz’s family, friends and fans. —————————- (Oromedia, 23 Bitootessa 2014) – Dhukkuba kaansarii dhiigaan dhukkubsattee yaalamaa kan turte, Artisti Almaaz...
View ArticleSiidaa Aanoolee fi Siidaa Minilik
Abdii Boruutiin* Biyya tokko keessatti, siidaan yaadannoof dhaabbatu ykn ijaaramu tokko kan uummatootni biyya sanaa ija takkaan ilaalani fi fedhii irraa qaban akkasumas kan waan waloo tokko calaqqisu...
View ArticleThe Untimely Passing of Almaz Tefera
(OromoTV.com) – We are deeply saddened to report the beloved artist Almaz Tefera has passed away. She passed away on March 22, 2014 at the Police Referral Hospital in Finfinne. A pioneer among Oromo...
View ArticleBeloved Oromo Singer Almaz Tafara Dies
(OPride) — Almaz Tafara, famed Oromo singer and songwriter, died on Mar. 22 at Police Referral Hospital in Addis Ababa after long illness with blood cancer. Her daughter confirmed the news, adding the...
View ArticleSaturday, March 29, 2014: OCM Appreciation Dinner & OYA Talent Show
The Oromo Community of Minnesota (OCM) invites all Oromo in the Twin Cities to an appreciation dinner on March 29, 2014. The event is planned to go from 5pm to 9pm. The Oromia Youth Association (OYA)...
View Article