Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Haadhalatuu Sadii!

$
0
0
Haadhalatu Sadii Aakka Baqalaa Nadhii … Ofii Dungoo ta’ee Deegaa dhaaf boba’ee! Na-argaa na-ilaalaa Takkaa jedhee hin beeku Natu beeka na-caala … Gutummaa jiruusaa Dunyaa dhangalaasee Mi’ooftuu yeroosaa Ummataaf dabarsee! Mana barnootatii Oolmaa jireenyisaa Dhaloota hara’aatii Ifatti calaqqisaa! Haadhalatu sadii Akka Baqalee Nadhii Jabaa hamileen sibilaa Waan dabe qajeelchuuf Kan ba’aa baatu eelaa! Egaa.. Asiratti […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles