Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Barreeffama Obboo Juneddii Saaddoorratti dhiyaate

$
0
0
Abdii Boruutiin* Waayee Juneddii Saaddoo ilaalchisee, gaafiin dhiyoo kana akka mata duretti ka’e “Ob. Juneddii Saaddoo eenyu?” kan jedhu gara gaafii biraatti ce’ee “Obboo Abdii Boruu eenyu?” kan jedhutti waan deemu fakkaata. Namni tokko yoo ofjaju waan irraa hin miidhagneef, Abdii Boruu nama akkanaa ti jedhee of beeksisuun gaarii waan hin taaneef, eenyummaa koo warri […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles