Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Browsing all 3148 articles
Browse latest View live

Seenaa Gabaabaa Gootota Jalduu

Tolchaa Wagii Irraa* Kutaa 1ffaa (Oromo Affairs Blog) Mataa duree seenaa kanaa jalatti namonni wa’ee seenaa kana beekan akkan ballinaan barreesuu yeroo adda addaa [na gaafatanii jiru.] Kana irraatti...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Seenaa Obbo Kaasaa Taddasaa

Obbo Kaasaa Taddasaa Waxabajjii 1955-Caamssaa 2013 Tolchaa Wagii Irraa* Obbo Kaasaa Taddasaa abbaa isanii B/ Jeneral Taddasaa Birruu fi haadha isanii Addee Waarqiababaa G/Madiin irraa Waxabajjii 19,...

View Article


Qabsoon Bilisummaa Sabaa fi Taphni Siyaasaa Walii Gargari

Malkaa Caffee irraa* | Ebla 14, 2013 Oromoon Afaan qawweetiin cabee bittaa alagaa (gabrummaa) jalatti buluu erga mudatee Jaarraa tokkoo fi walakkaa tahuufi. Yeroo sanaa kaasee bilisummaa akka Sabaatti...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Guyyaa Gootota Oromoo: Ebla/April 17, 2013 – Las Vegas, Nevada

From the Oromo Community in Las Vegas, Nevada @ OromoCommunityOLV.org From Archives: Last Year’s GGO in Las Vegas:

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Labsa Guyyaa Gootota Oromoo – Adda Bilisummaa Oromoo

YAADANNOO GUYYAA GOOTOTA OROMOO Ebla 15, 2013 Yaadannoon gootota qabsoo bilisummaa Oromoof osoo qabsawanii wareegamani kan barbaachiseef waan aadeeffatame qofaaf osoo hin taane guyyaa kana seenaa...

View Article


GOOTOTA OROMOO

Tokkicha Abbaa Milkii irraa* Gootota Oromoo kan nuuf jecha du,an Bilisummaa keenyaaf wareegama baasan Rukkutaa diinatiin ka qaamaa hir’atan Yaadan cinqamanii kan sammuu jeeqaman Kan manaa bahanii...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Guyyaan Gootota Oromoo Oromiyaa Keessatti Uummata Oromoon Qophiilee Garaa...

(Qeerroo.org – Ebla 15, 2013 – Finfinnee) – Guyyaan Gootota Oromoo Oromiyaa bakkeewwan hedduu keessatti uummata oromoon qophiilee garaa garaan kabajame. Jala bultii ayyaana kanaa irratti magaalawwan...

View Article

MEETNI NAMA HARKA JIRU DHAGAA FAKKAATA

Malkaa Caffee irraa* Baatiilee 10 dura (Waxabajjii 2012) barreeffama mata duree “Meetni Nama Harka Jiru Dhagaa Fakkaata” jedhu kana oggaan barreessu, adeemsi marii kan amma ‘ADO/ODF’ dhalchuudhaan...

View Article


ArdaJila.com Reports: Mother of Abbaa Gadaa Guyyoo Gobbaa of Borana Oromo...

(ArdaJila.com) – Ardajila has just received information about the death of Mrs. Diiramu Gobbaa, the mother of Abbaa Gadaa Guyyoo Gobbaa, after her prolonged illness. Mrs. Diiramu was diagnosed with...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

The Oromo Civilization of Cattle Husbandry and the Sanga

By Gadaa.com Staff Writer Oromia is believed to have one of the largest livestock herd in the world, and is the largest in sub-Saharan Africa with an estimated cattle population of more than 30...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Hirra Nagaa Sabboontota Oromoo Awuroophaan Biyya Belgium, Brussels Ta’e

Hiriirri nagaa April 12 2013 Koree yeroo Oromoota Awuroophaan waayee saamicha Lafa Oromoo irratti mootummaa koloneeffataa Habashaan ta’aa jiruu fi dhiibbaa miriga namoomaa Oromoo irratti raawwatamaa...

View Article

Gootota Haa Yaadannuu

Hashim Adam Irraa* Qabsaayota dhugaa Jara saabaaf kufan Mana hoo’a irra bosona filatan Nutis ilmaan namaa, garbaa miti jedhan Jara seena boonsaa kana bu’uursan Galatoomaa jennaan Bilisummaa yookiin...

View Article

Walaloo: Duute naan hi’jennee?

Baareentuu Gadaa Irraa* Yaadannoo Gootoota Oromoo wareegamaniif! Baareentuu Gadaa Ebla 15 bara 2013

View Article


Cuuraa Manguddootaaf

Ibsaa Guutama irraa* | Ebla 2013 Handhurtuu nuu waama ciniinfataa jirti waa malee hinfoolattuu Maal gadfiduuf laata toolaa hin fakkaatuu maaf ofirraa hin baaaftu Ililil yaa abbaa Muudaa lubbuudhaan...

View Article

Our Heroes and Heroines, Our Pride – Statement of the Oromo Community of Ireland

The following is a statement from the Oromo Community of Ireland. The Oromo Community of Ireland celebrated the 2013 Oromo Patriots’ Day by renewing their commitments and promises to the fight against...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

OSA’s Appeal Letter to the Secretary General of the UN on Land-Grabbing in...

The following is a statement from the Oromo Studies Association (OSA). April 18, 2013 His Excellency Mr. Ban Ki-moon, Secretary-General Office of the Secretary General of United Nations 885 Second...

View Article

GGO: Sabboonummaan Oromoo maali? Eenyutu Sabboonaa ykn Sabboontuu dha?

Abdii Boruutiin* Yeroo baay’ee yoo dubbatamu ykn barreeffamu, sabboonummaan Oromoo guddachaa akka dhufe agarsiisa. Dhugaa dhas; galanni qabsoo bilisummaa Oromootiif akkasumas gootota keenya kan qabsoo...

View Article


Mana Cina Karaa

Zelealem Aberra Tesfa irraa* Walaloon kun afoolan ijoollummaakootti dhagyerratti hundaawa. Naman irraa dhagaye waliin akka wal bartaniif seena xinnoo tokko xumura walaloo kana’rraa dubbisuu dandeessu.**

View Article

U.S. State Department slams Ethiopia on human rights – OPride.com

(OPride) — The U.S. government on Friday commended activists, netizens, and journalists for their courage in advocating for universal human rights and expressed concern over the heightened crackdown on...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

IN PICTURES: GGO 2013 in London

April 15th is Guyyaa Gootota Oromoo. This commemorative day was first started by the Oromo Liberation Front (OLF) after the executions of its prominent leaders on a diplomatic mission en routed to...

View Article
Browsing all 3148 articles
Browse latest View live