Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Hirra Nagaa Sabboontota Oromoo Awuroophaan Biyya Belgium, Brussels Ta’e

$
0
0

BrusselsDemo2013_1

Hiriirri nagaa April 12 2013 Koree yeroo Oromoota Awuroophaan waayee saamicha Lafa Oromoo irratti mootummaa koloneeffataa Habashaan ta’aa jiruu fi dhiibbaa miriga namoomaa Oromoo irratti raawwatamaa jiru moormuunii fi Mootummoota Awuroophaa hubachiisuuf wiixanamee biyya Belgiem magaalaa Bruussels fuuldura waajjir caffee Awuroophaatti godhame milkiin xumuramee jira.

April 12 2013 ganama sa’a 10:00 irratti kan eegale hiriirri nagaa kun saamicha dachee oromoo irratti amman kan ta’aa jiru, dararaa baqatoota Oromoo biyyoota ambaattillee raawwatamaa jiran, yakka barattoota Oromoo irratti raawwatamaa jiranii fi dhiibbaa mirga namoomaa walii gala Ormoo irra ga’aa jiran mara balaaleffachuun; hidhamtootti siyaasaa biyyatti keessa akka gadi lakkifaman gaafatee jira.

Koree qindeessituu kana bakka bu’uun gidiraa sabni Oromoo keessa jiru, Waajjira caffaa Awuroophaa fi itti gaafatamaa waajjira komishinaa Awuroophaa kan haasofsiissan yoo ta’u dhiimi kun dhageettii argachuun milkiin xumuramee jira.

Suuraawwan hiriira kanaa akka armaan gadiitti do’achuun ni mala.

BrusselsDemo2013_9
BrusselsDemo2013_10
BrusselsDemo2013_8
BrusselsDemo2013_5
BrusselsDemo2013_6
BrusselsDemo2013_7
BrusselsDemo2013_4
BrusselsDemo2013_3
BrusselsDemo2013_2


Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles