Madda Oduu ABO: WBO Oromiyaa Bahaatti Tarkaanfiilee Injifatnoo Fudhatu Itti...
(Madda Oduu ABO/MOA/ Ebla (April) 20, 2013) – Bilisummaa ummata Oromoof wareegama ol aanaa baasaa kan jiru WnBO tarkaanfiilee Oromiyaa bakka adda addaatti fudhatuun diina rifaasisaa fi ummata isaa...
View ArticlePhoto: Alabaa Oromoo – the Embodiment of the Oromo Nation’s Struggle for...
As an embodiment of the Oromo Nation’s struggle for freedom, justice and sovereignty, the Oromo flag (Alabaa Oromoo) is the living symbol of the Kaayyoo that Oromo heroes and heroines had fought for,...
View ArticleODF/ADO: Waammicha Walgahii Ummata Oromoo Magalaa Munich-Germany
ADOn June/Waxabajjii 1 bara 2013 Hawaasa Oromoo Godina Awuroppaa keessa jiran maraf itti baha kora bu’uressa ADO fi akkasumas haala siyyaasa gaanfa Afrika irratti ibsi gahaan hoganoota olaanaa ADO tiin...
View ArticleYAADANNOO GUYYAA GOOTOTA OROMOO EBLA 13, 2013 Frankfurt, Germany
Tokkummaan Baratoota Oromoo biyya Jarman (TBOJ) Guyyaa Gootota Oromoo 2013 magaala Frankfurt tti kabajate Miseensoni TBOJ (UOSG) fi deegartootni QBO fi hawaasni Oromoo Biyya Jarmanii jiru Ebla 15...
View ArticleKabajja Guyyaa Goototaaf Ibsa Ejjennoo – Munshin, Jarmani
Tokkummaa Baratoota Oromo Biyyaa Jarmani dame Munshin /TBOM/ saganta kabajjaa Guyyaa Gootota Oromoo geggefachuuf miseensoota isaaf Oromoota nannoo magalaa Munshin afeera godhee akka saganteefateetti...
View ArticleGuyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo – Minnesotatti
Guyyaan Yaadannoo Gootota Oromoo Ebla 20, 2013 Minnesotaa keessatti sirna ho’aan kabajamee oole. Guyyaa kana waamichaa Konyaalee Adda Bilisummaa Oromoo Minnesota keessa jiraataniin Haawaasaa Oromoo...
View ArticleLakkii Dhiisaa If Irraa!
Malkaa Caffee Irraa* | Ebla 23, 2013 Abjuu hin qabatamne waan sheexanaa suufnee, Dhihaana abdii nyaannee, garaa qullaa quufnee, Of jalaa bittimsuun waan hanga har’aa kuusne… “Maaljette?” naan jedhaa!...
View Article“MIILA LAMA QABAATANIIF, MUKA LAMA HIN YAABAN!”
Y.G. (2005)* Seenaan yoomillee seenaadha. Maqaa Ummata tokkon qabsoo gaggeeffamu mitii, Maqaa dhunfaanuu wanni hojjatani fi dubbatan qalbii Ummataa fi dhalootaa keessaa yoomillee hin badu. Keessattu,...
View ArticleDeforestation and Land-Grabbing by the Neo-Neftegna (TPLF) in the...
Photo: The Yayu Montane Rainforest System, Iluu Abbaa Booraa region in Oromia Map shows the rainforest systems in Africa The map on the right side herein shows the approximate location of the...
View ArticleReview of Prof. Mekuria Bulcha’s Book: “Contours of the Emergent & Ancient...
By Abarra Wakjira*, the Netherlands Info on How to Get the Book The book is an astonishingly refreshing work that treats the problems of the Oromo people vis-à-vis the Abyssinians (Ethiopians). It is...
View ArticleAartii Oromoo Guddisuuf Hundumtuu Gumaachuu Qaba
- VOA Fiilmiiwwan Oromoo haaraan yeroo yerootti ba’anis uummataaf dhiyaachuuf danqaan waan jiruuf hamma guddachuu male hin guddatin jira jedha barreessaan fiilmii “GUMAA” Fiilmiin afaan Oromoo haaraan...
View ArticleTokkummaa
Malkaa Caffee Irraa* | Ebla 23, 2013 Yeroo Tokkummaa qabnu Gamtaan wal hiriirsinee, Farda keenyaan gugsinee Diina finxiriirsinee, Biyya teenya dhuunfannee Jallaa diddiriirsine. Tokkummaan keenya...
View ArticleOSFNA Soccer 2013 – Minneapolis, MN – June 29 to July 6
According to the website of the Oromo Sports Federation in North America (OSFNA), the 2013 Oromo Soccer Tournament will be held in Minneapolis, Minnesota — home of the defending champion Oromia 11...
View ArticleHooggannii QBO akka ofii yaadutti kan biraas akka yaadu tolchuu otoo hin...
Camadaa Hundee Irraa* Qabsoon yeroo hunda gabbachaa fi danboobaa deemuu qaba. kana gochuuf garuu hooggana jijjiramaa fi hooromsa qabsootti amanu horachuun murteessaa dha. hoogganni jijjiramaa fi...
View ArticleGabaasa Ayyaana Gootota Oromoo, Konyaa Atilaantaa 2013
Konyaan ABO magaala Atilaantaa Ebla 20, 2013 haaala miidhagaan Guyya Gootota Oromoo kabajee o’le. Guyyaa kabajamaa kanaratti itti gaafatmaan kutaa baha USA J/ Abdeella Jowhar, goototni Oromoo J/ Aslii...
View ArticleOromo Nation’s New Generations with New Realities and Outlook
By Yaadasaa Dafa* In this very short article, I would like to convey my persuasions on the Nation of Oromo’s new generations with new realities and outlook. One may question oneself or others about …...
View ArticleIllaa fi Illaamee
Qannoo Waaqjiraa irraa* Qabisoon bilisumaa Oromoo ABO hogganamu yeroo ammati bu’a fi bahii heddu keessa darbee haala amma irra jiru irra gahe jira. Qabisoon saba hundaa bu’a fi bahi, akkasumas...
View ArticleKadir Seid – LIVE IN CONCERT – July 3rd @ Oromo Soccer Minneapolis 2013
For more and the latest updates, please check the Facebook event page.
View Article