Oromo-Norwegians Stage Protest Against Neo-Neftegna TPLF in Oslo – 11...
According to a Norwegian paper dagbladet.no and Google Translate service, Oromo-Norwegians protested against TPLF officials who were holding a meeting at the luxurious 4-Star Radisson Blu Scandinavia...
View ArticleWaamicha Walga’ii WWDO
Walga’iin WWDO idleen Dilbata Caamsaa 5, 2013, waaree booda sa’aa 6:00 irraa eegalee gaggeeffama. Sirna walga’ii keenya irratti qophiileen bashannansiisoo fi wal-barsiisuu ni dhiyaatu. Kanaaf,...
View ArticleDr. Ali Mohammed Birra’s Golden Jubilee – 50th Anniversary in Oromo Music –...
For more and the latest updates, please check out the Facebook event page.
View ArticleCuunfaa Tarkaanfiilee WBO Bitootessaa-Ebla bara 2013 | Summary of OLA Actions...
The following is a summary of OLA actions; the summary in Amharic can be read here. Irree fi gaachana ummata Oromoo kan tahe gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo baatiilee lamaan dabran, jechuun,...
View ArticleIbsa Ejjennoo Bakka Bu’oota Qeerroo Bilisummaa Oromiyaa Godina Iluu fi Jimmaa
(Qeerroo.org) – Nuti bakka bu’ootiin Qeerroo Bilisummaa godina Iluu Abbaa Booraa fi Jimmaa Ebla 26/2013 walitti dhufuun haalaa yeroo qabsoo bilisummaa Oromoo fi doorsisaa fi dararaa mootummaan...
View ArticleSiyaasa gantummaa fi gartummaa to’achuun tokkummaa moraa qabsoo bilisummaa...
Zakaariyaas Mulataa fi Malkamuu Jaatee | Caamsaa 2013, Oromiyaa Seensa Umamaan ummati Oromoo tokkicha ta’uun ni beekama, sababii ummati Oromoo afaan tokkicha, senaa fi aadaa baroota dheraaf walitti...
View ArticleRecently Discovered/Submitted Websites
The following are recently discovered/submitted websites of interest to Oromia and Horn of African region. Going forward, these websites will be linked from the bottom of the main/front page of...
View ArticleFire destroys UNESCO-registered coffee forest (Yayu Forest)
(OPride.com) … According to eyewitness accounts, the blaze has scorched an estimated 50 to 80 acres of the thick coffee forest. “Such fire has never happened before in the history of the Yayu forest...
View ArticleSaliha Sami, Amartii Warii and Habtamu Lamu – LIVE IN CONCERT – May 18, 2013...
Victoria Day Oromo Music Show on Saturday, May 18, 2013, by Artists Saliha Sami, Amartii Warii and Habtamu Lamu in Calgary, Canada, at the Rundle Community Hall (2409 50 St NE – Calgary, AB) –...
View ArticleJune/Waxabajjii 15, 2013: SBO/VOL Silver Jubilee – 25th Anniversary On Air! |...
Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO)/Voice of Oromo Liberation (VOL) will mark its 25th anniversary on 15th June 2013. Launched on June 15th 1988, SBO/VOL has been contributing a lot in the long journey of...
View ArticleThe Six Anniversary of the Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA)
The following is an invitation for a noble cause from the Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA), which, this month, marks its sixth year of fighting for human rights in the Horn of Africa....
View ArticleQABSOO ‘DIASPORA’
Bariisoo Gadaa Irraa* Qabsoo ‘diaspora’ Hundumatuu goota Hundatu mudhii hidhata ziynaaraan maratee Hunduu lafa dhiitaa qawwee fannifatee!! Hundatu odeessaa ‘mic’ butatee Hunduuu ni gumguma hidhii...
View ArticleOromia: Mass Media Under Arrest – World Press Freedom Day
As the world marks the UNESCO-adopted World Press Freedom Day today, May 3, 2013, activists of press freedom in the Horn of Africa highlight how the increasingly oppressive and draconian press laws in...
View ArticleOpen Letter to the Leaders of the Oromo National Liberation Movement (Re-Edited)
By Fayyis Oromia* I decided to re-write this letter, which is directed to you, our leaders, after following the hitherto effort of different Oromo nationalists to help you come together and forge unity...
View ArticleYaadannoon Guyyaa Gootota Oromoo fi Hiriirrii Hawaasa Oromo Caamsa 1, bara...
Miseensonnii AB konyaa Sweden fi hawaasii Oromoo magalaa Stocholm-Sweden jiratan woliin gaafa Ebla 30/2013 yaadanno guyyaa gootota Oromoo sababeeffatuun haala bareeddan kabajanii jiru. Dura tahan(DT)...
View ArticleWalaloo Gootota
Gaafa manaa bahu jalqabuma duraa Haadhaa fi abbaa obboleeyyan mara Ollaa fi ganda ahliidhaa fi fira Osoo hin jaalatin sosssobachaa garaa Dirqamuma ta’eef ka’ee bu’e karaa. Amna jalqabuuf galaa...
View ArticleBalaa Anniyya, Jaarsoo fii Mi’eeysorratti wayyaneedhaan baname
(Caamsaa 4, 2013) – Waraannii naannoo Soomalii, Oromoo daangaa Soomaletti dhihaattu ammaas weeyrare, namni kumaan lakkaawamu balaa haarayaaf Saaxilaman. Gabaasaan Mayyu (ona Anniyyaa) irraa nu dhaqqabe...
View ArticleWalaloo: Booyyee fi Karkarroo*
Booyyee fi Karkarroo* Booyyeef karkarroo godeeyyii bineensaa Manamoo daggala galmi keessan eessaa Booyyeen manas gala bifti isaa waa lama Midhagan si caalaa karkarroodhaan falma. Keellan najjaranii waa...
View ArticleMiidiyaa Baayyina Keenya Ibsu Nu Barbaachisa!
Y.G(2005) Yaada dhunfaa mata duree kana jalatti katabame, baatii Amajjii bara 2012 jalqaban dhiheesse ture. Hawwiin kun kan Ummata keenya maraati jechuun ni danda’ama. “Biyya keessa oggu turre, waan...
View Article