DIRAAMAA: FDG/FINCILA DIDDAA GABRUMMAA, fi “Manifeestoo” Oromummaa, Sabboonummaa Ilmaan Oromoo fi Tokkummaa Asoosesee kan seenessu — Kumsaa dha Kaayyon isaa — Uummata Oromoo tokkoomsufi. Sabboonummaa fi absoo bilisummaa jajjabeesufi. Rakkina ilmaan Oromoo gad baasufi falli isaa tokkummaan kanee lolachuu akka taye ibsuufi. Yaadannoon isaa — Ilmaan Oromoo qabsoo irratti, mana hidhaatti, otoo biyyaa baqachaa deemanuu […]
↧
Diraamaa: FDG, fi "Manifeestoo" Oromummaa, Sabboonummaa Ilmaan Oromoo fi Tokkummaa
↧
Seattle (Caamsaa/May 2, 2015): Guyyaa Gootota Oromoo 2015
WAAMICHA GUYYAA KABAJAA GOOTOTA OROMOO – SEATTLE Guyyaan Gootota kun, guyyaa gootoota Oromoo bilisummaa fi walabummaa sabaaf jacha wareegaman, qaamaan irratanii fi gidiraa adda addaa argan kan itti yaadannu qofa osoo hin taane, guyyaa haala qabsoo bilisummaa fi Qabsoo ummata Oromoo isaan wareegamaniif marihannu taha. Walgahii kana irratti qophii adda addaa waan qabnuuf Sabboontoonni Oromoo […]
↧
↧
SEENAA Y.G(2005):- "GOGAA LAAFAATTI MARUU" (K/ 3ffaa)
SEENAA Y.G(2005)* Kutaa 3ffaa fi Xumuraa 5. NUUTI OSOO OF HIN BILISOMSIIN, BIYYA BILISOOMSUU DANDEENYAA? Waaqayyoo Saba tokko wayita uumu, Waan sabni sun Addunyaa irratti ittiin beekamu waliin uuma. Waan Namni Namaaf kennee addunyaatti mul’atan irra jireessi, kan abbootiin irree nama dhaalsiisaniidha. Sabni Oromoos Umama isaa irraa kaasee waan shan waliin Umame. Akkuma saboota Addunyaa […]
↧
Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Duraa
Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na hoofkalchaa! Kanas hamma naaf dandayametti guutuu taasisuunan guutee, irra bash-bash gochuun isiniif dhiyeessa. Garuu, yaa Oromoo koo akkana gochuuf laalleewwan (infoormeshina) guutuu qabaachuutu nama irra jira. Haala uummanni keenya Oromoon keessa […]
↧
OMN with Ob. Bekele Nega of OFC (OFC’s Meeting at Oromo Community Center in St. Paul Today – April 11, 2015)
↧
↧
VOA: Uummanni gargaarsa wal’aansa fayyaa argachuu qaba
WASHINGTON DC – VOA – “East African Medical Relief Foundation” kan jedhamuu fi jaamayaan Kaaliforniyaa keessatti hundeeffame godina Wallaggaa Dhiyaa keessatti tajaajiila eeegumsa tolaa kennuu eega jalqabee waggaa 6 guutee jira. Tajaajiila eegumsa fayyaa kan kennan Ogeessoota eegumsa fayyaa ooguma addaa qaban gaafachuun gara biyyaatti geessee torbanneen hanga tokkoof uummata eega gargaaranii booda akka deebi’an […]
↧
SBO Ebla 12 Bara 2015. G/D Art. Callaa Carcar waliin geggeeffame – Haala Baqattoota Oromoo Biyya Yamanii
SBO Ebla 12 Bara 2015. Oduu, Gabaasa ergamtoota Wayyaanee irratti qophaa’e, Haala Baqattoota Oromoo Biyya Yamanii fi G/D Art. Callaa Carcar waliin geggeeffame.
↧
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – April 11, 2015
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – April 11, 2015
↧
VOA: Barreessa Hamilee Dargaggootaa Hojiif Tooisu
Namoo Daandii | VOA WASHINGTON DC – Barressaa Eebbisaa Baayisaa jedhama. Barnoota isaa digirii duraaf Baayooloojii, digirii lammataaf immoo Saaykooloojii barate. Kitaabonni inni barreessuu fi afaan biroo hiikee maxxansiisu kanneen dargaggoota akka dandeettii isaanii fi kaayyoo jireenya isaanii hubatanii hojiitti ciman hamilee isaanii kakaasani. Haga ammaatti kitaabota shan maxxansiisee jira. Kanneen hag sana baay’atanis barreeffamanii […]
↧
↧
"Yaa Saba Koo ABSHIR Ni Bariiti"– Artist Afandii Siyyoo / Wallee Haaraa
↧
Qophii Burqaa: Eebba Kitaaba Afaan Oromoo "Hadhooftuu" (2015)
—– You can find this or more books by the same author (and others) on Borofa.com. Use the promo code “gadaa” at the checkout to get the discount offered by Borofa.com for Gadaa.com readers.
↧
OMN: Qophii Addaa (Jaal Abbaa Caalaa Lataa) – Ebla 12, 2015
↧
OMN: Haala Yeroo Ammaa Oromiyaa Irratti Marii Taasifame |ወቅታዊ ውይይት (Discussion on Current Affairs)
OMN: ወቅታዊ ውይይት – April 11, 2015 K/ 1ffaa: Haala Yeroo Ammaa Oromiyaa Irratti Marii Taasifame (Ebla 10, 2015) K/ 2ffaa: Haala Yeroo Ammaa Oromiyaa Irratti Marii Taasifame (Ebla 12, 2015)
↧
↧
Minneapolis/MN (Ebla 18, 2015): Guyyaa Gootota Oromoo
↧
Kabaja Guyyaa Gootota Oromoo Magaala Torontoo (Ebla 11, 2015)
Kutaa 1ffaa: Kutaa 2ffaa:
↧
Guyyaan Gootota Oromoo Ebla 11, 2015 Firaankifart/Jarmaan Keessatti Kabajamee
Baatiin Ebla qabsa’otaafi Sabontootaa Oromoo akkasumaas hawasaa Oromoo maraa biratti baatti addaa tahee yadatamee oolaa, kunis Gootota Oromoo gabrummaa sabaa Orommo arguu fi ilaluu dadhabuun qabsoo keessatti waareegamaanif, kanneen mana hidhaa fi iddo adda addaatti qabsoo dhugaa fi haqaa qabataani injifannoowwaan heeddu galmeessun waareegamaa, kafaalanii fi qabsoo fincilaa baratooni fi beektooni Oromoo akkasumaas hawasni Oromoo […]
↧
Ifaa Gammachuu: "Amma Dhagahii, Dhageeffadhuu"– Wallee Haaraa 2015
↧
↧
TVOMT: Oduu Gaddaa Ob. Daani’eel Jootee Addunyaa Irraa Boqote
TVOMT: Oduu Gaddaa Ob. Daani’eel Jootee Addunyaa Irraa Boqote
↧
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – April 13, 2015
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – April 13, 2015
↧
TVOMT: Gaafiif Deebi’ii Baqqatoota Yeman Jiruu Waliin Goone fi Kabajaa Guyyaa Gootota!
TVOMT: Gaafiif Deebi’ii Baqqatoota Yeman Jiruu Waliin Goone fi Kabajaa Guyyaa Gootota!
↧