Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all 3148 articles
Browse latest View live

QEERROO: FDG Ebla 2015 Mooraa Waraanaatti Cehuun Waraana Ittisa Biyyaa Kaaba Itiyoophiyaa fi Leenjii Naannoo Affaar Awaashii, Huursoo Keessatti Gaaffiin Mirgaa Babal’chaa Dhufe

$
0
0
Gabaasa Qeerroo Finfinnee – Ebla 13, 2015 Gaaffiin abbaa biyyummaa fi Oromummaa jabaachuudhaan kan itti fufe Waraana ittisa biyyaa kutaa Kaabaa fi baha Ethiopia qubusuma humna qileensaa, lafoo naannoo Shiree jiru fi Baha keessaa ammoo leenjii naannoo Affaar Awaashii fi Huursoo keessatti diddaan eegalee jiraachuu Qeerroon gabaase. Mootummaan Wayyaanee bittaa umrii isaa dheereffachuuf jecha biyyoottan […]

Galma Seenaa Gootota Oromoo Kan Tae Seenaa.com Baname

$
0
0
Seenaa gootummaa keessaniitiin nu boonsitani, nutis baraa bara isin saadnas! Seenaa gootota ilmaan Oromoo saba isaaniif jecha jiruu, jiraanyaaa fi lubbuu isaanii bakka buii hin qabne darbarsaanii warra uummata isaaniif gumaachanii darbani baraa hamma baraatti, jaarraa hamma jaarraatti, dhalootaaa hamma dhalotatti kabajaa fi jaalala isaaniif qabnu ibsuu fi seenaa isaaniis dhaloota dhufuu fi seenaa dhufuufi […]

CHANGE OF DATE –"Ajaa’iba"– in Minneapolis on May 3, 2015 @ Capri Theater

$
0
0
Fresh from its history-making weekend of April 4, 2015 – when “Ajaa’iba” was screened in two North American cities (Minneapolis and Seattle) at the same time (the first for an Afan Oromo movie) and with huge turnouts at both events, it’s been announced that “Ajaa’iba” will come back to Minneapolis for a second screening on […]

OroMedia: Aad. Ayyaluu Ittisaa addunyaa kana irraa boqotte

$
0
0
(Oromedia, 13 Ebla 2015) Barreessituu Waldaa Machaa fi Tuulamaa kan turte, Aadde Ayyaluu Ittisaa dhukkuba akka tasaatiin Ebla 12, bara 2015 addunyaa kana irraa boqotte. Aadde Ayyaluun aadaa fi eenyummaa saba Oromoo guddisuu keessatti guyyaa tokko illee boodatti jettee hin beektu. Yeroo barreessituu Waldaa Maccaa fi Tuulamaa turtes, sababa sabboonummaa, jabinaa fi kutannoo ishiitiin akka […]

Barliin/Jarmaan (Ebla/April 24, 2015) – Waamicha Hiriira Diddaa Gabrummaa fi Tumsa Fincila Baratoota Oromoo

$
0
0
Gara: Hawaasoota Oromoo Biyya Jarmanii Waldaa Oromoo TBOJ Jaarmoolee Siyaasa Oromoo Oromoota biyya Jarmanii fi Naannoo jiratan hundaaf Duraan dursinee nagaan keenya obbolummaa gama keessan haa gahu jenna! Akkuma hundi keessan beektaan, mootummaan faashisti Wayyaanne haqaa fi mirga ilma nama dhiituun, ilmaan Oromoo yeroo adda addaa, guyyaa saafaa kara irratti qalanii gatuun isaan waa yeroo […]

SBO: Ebla 15, 2015 – Oduu, Dhaamsa ABO Ebla 15, Guyyaa Gootota Ilaalchisee fi Qophiilee Garaagaraa; ኦነድ በአማርኛ

Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 13, 2015

$
0
0
Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 13, 2015

TVOMT: Gaafiif Deebi’ii Ob. Billoo Garbii Bakka Bu’aa G.M. WBO Biyya Alaa Waliin Goone

$
0
0
TVOMT: Gaafiif Deebi’ii Ob. Billoo Garbii Bakka Bu’aa G.M. WBO Biyya Alaa Waliin Goone

Ebla 15, Guyyaa Gootota Oromoo Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname

$
0
0
Yaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo Ebla15 Ilaalchisuun Hogganni Qeerroo Bilisummaa Oromoo Haala Qabsoo Bilisummaa Oromoo Keessa Darbee fi Sochii Warraaqsa FDG Ilaalchisuun Ibsa Gabaaba Uummata Oromoo Hundaaf Dabarsan Yaadannoon gootota qabsoo bilisummaa Oromoo, Ummata Oromoo baldhaa bilisoomsuu fi Oromiyaa gudditti walaboomsuuf utuu qabsawanii Wareegama qaalii kanfalan bara baraan kan isaan yaadannudha. Guyyaa kana addatti yaadachuun kan […]

Guyyaa Gootota Oromoo – Qabsaa’an ni kufa, Qabsoon itti fufa!

Guyyaa Gootota Oromoo Ilaalchisuun, Ibsa ABO Jijjiramaa

$
0
0
Ibsa ABO-Jijjiramaa ———— Adda Bilisummaa Oromoo (ABO-Jijjiramaa) Oromo Liberation Front (OLF-Change) 612-559-0489 Fax: 763-781-5279 Email: waajjiraHDABO@gmail.com 411 Central Avenue Northeast, Suite 200c Columbia Heights, MN 55421 Guyyaa Gootota Oromoo Ilaachisuun Dhaamsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO-Jijjiramaa) Ilmaan Oromoo sadarkaa gara garaa keessatti dirqamaa fi imaanaa jaallan wareegamanii fudhattani qabsoo roga hundaa gaggeessaa jirtanii fi walumaa gala […]

Ayyaanni Yaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo Melbourne/Australia Keessatti Sirna Ho’aan Kabajame

$
0
0
“Rakkina Qabsoo keessaa qabsoon irra aanna” “Rakkina qabsoo keessaa qabsoon irra aanna,” jechuun J/ Bultum Biyyoo KHR fi I/A/HD ABO hubachiisan. J/ Bultum kana kan hubachiisan ilmaan Oromoo Oromiyaa bittaa halagaa irraa ittisuu fi eega bittaa kana jalattis kufamee boodas warreen warregama kaffaalan gootowwan ilmaan Oromoo mara yeroo itti yaadatamu ture. Ebla 15, guyyaa yaadannoo […]

Seife-Nebelbal Radio Stops Online Broadcasting Service Due to Lack of Funds

Hegeree Media: Guyyaan Goota Oromoo Maalif Kabajama? Maaf Ebla 15 Ta’uun Filatame? Gootni Eennu?

$
0
0
Guyyaan Goota Oromoo maalif kabajama? Maaf Ebla 15 ta’uun filatame? Gootni Eennu? Guyyaan Gootata Ebla 15 kun haala yeroo keessa jirru waalin maal fakkaata? Gaaffii kana cufaaf deebii akkamii arganna? Kutaa 1ffaa: Kutaa 2ffaa:

Caalaa Haayiluu:- QUBEE KOO

$
0
0
QUBEE KOO Waa ofii, bareedduu fuullli sooloo Sirrattee qajeeltuu, keessi kee Walaloo Dhalootaatu uume, hunduu baraa maaloo. Sin waamaa, ni awwaattaa sin beeka, na beekta A- jedhu ni owwaattaa Abbaa jedhi naan jetta oggaan siwaame immoo kunoo arbaan caaltaa B- jidhu, Biiftuu taatee hundaa oliin iftaa baatii taatee, goobantee olii calaqqifta C . Caaccuu, cancala […]

Video: Interview with Prof. Asafa Jalata & Aad. Zeituna Kalil at World Social Forum in Tunisia

$
0
0
Interview conducted by Panos Institute West Africa (PIWA). RELATED: Research on Oromo Students Protest Movement Presented by OSA Members Prof. Asafa Jalata & Aad. Zeituna Kalil at World Social Forum in Tunisia

OFC’s Baqqalaa Nagaa Continues Diaspora Tour: Next Stops – Houston (Apr. 18, ’15); Seattle (Apr. 25, ’15)

$
0
0
HOUSTON, TEXAS – APRIL 18, 2015: SEATTLE, WASHINGTON – APRIL 25, 2015:

Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15 Ilaalchisee Faarsuu Haaraa

$
0
0
Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15 Ilaalchisee Faarsuu Haaraa

Simbirtuu: Oduu fi qophii Imalaa; Imala keessatti seenaa aadde Ayyaluu Ittisaa kan namootni dubbatantu dhihaate

$
0
0
Simbirtuu: Oduu fi qophii Imalaa; Imala keessatti seenaa aadde Ayyaluu Ittisaa kan namootni dubbatantu dhihaate

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – April 15, 2015

$
0
0
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – April 15, 2015
Viewing all 3148 articles
Browse latest View live