Uummatni Oromoo fi qabsaawati ABO Gootota Oromoo kanneen bilisummaa saba isaaniif jecha osoo qabsoo godhanii dirree falmaa mana hidhaa fi haala adda addaa keessatti lubbuun isaanii darbe wagga waggaan Ebla 15 yaadatamee oola. Guyyaan kun guyyaa jaallawwan keenya kufan itti yaadannu fi wareegama gootota keenyaatti firii godhuuf waada keenya itti haaromsinu dha. Kaanaf nutsi Miseensoonni […]
↧
Ebla 18, 2015: Afeerra kabaja Guyyaa Gootota Oromoo Kutaa New Zealand
↧
Oromo Music in Raya Beat –"Of Eeggannoo" (by Artist Mohammed Morkamaa –"Bilillee")
Oromo Music in Raya Beat – "Of Eeggannoo" (by Oromo Artist Mohammed Morkamaa – "Bilillee")
↧
↧
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – April 8, 2015
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – April 8, 2015
↧
O-TV: Haala Baqattoota Oromoo Yaman
O-TV: Haala Baqattoota Oromoo Yaman
↧
QEERROO: Ayyaanni OPDO Yuuniversitii Gambeelaatti Kabajamuuf Ture Feshele, Barattootni Oromoo Moorichaas Faarsuu Qabsoo fi Dhaadannoo Dhageessisaniin Humni Waraanaa Naannoo Yuuniversitichaa Qubate
Gabaasa Qeerroo Mattuu – Ebla 8, 2015 Ayyaanni Dh.D.U.O. Yuuniversitii Gambeelatti kabajamuuf har’a Ebla 8, 2015 akeekame barattoota Oromoo Yuuniversitichaan feshelaa’e. Gabaasa Qeerroo Godina Iluu Abbaa Booraa magaala Mattuu Irraa har’a Ebla 8/2015 nu qaqqabeen maqaa Ayyaana jedhuun oromiyaa godinootaa fi dhaabbilee barnootaa keessatti mootummaa wayyaanee waggaa 25 guutuu uummata ajeessaa, hidhaa, qabeenyaa uummata Oromoo […]
↧
↧
Coqorsa Eebbaa:- "Baacheloo Tumtuu Sibiilaa" (Walaloo)
↧
ቄሮ የኦሮሞ ወጣቶች ለነፃነት ንቅናቄ ድምፅ የሳምንቱ ዜና – April 8, 2015 –"ለኛ ጉዳይ"–የቄሮ ጥሪ
ቄሮ የኦሮሞ ወጣቶች ለነፃነት ንቅናቄ ድምፅ የሳምንቱ ዜና – April 8, 2015 – “ለኛ ጉዳይ” – የቄሮ ጥሪ
↧
Research on Oromo Students Protest Movement Presented by OSA Members Prof. Asafa Jalata & Aad. Zeituna Kalil at World Social Forum in Tunisia
Oromo Studies Association at the World Social Forum (24-28 March 2015) Two members of the Oromo Studies Association (OSA), Prof. Asafa Jalata and Aad. Zeituna Kalil, organized a workshop entitled, “The Oromo Students Protest Movement and the Tigre-led Ethiopian Government’s Repression,” at the World Social Forum, held from March 24 to 28, 2015, in Tunis, […]
↧
Hawwisoo Bilisummaa Oromoo
Hawwisoo Bilisummaa Oromoo
↧
↧
"Oromiyaa"– Hawwisoo Caffee Gadaa (Bara 1991)
"Oromiyaa" – Hawwisoo Caffee Gadaa (Bara 1991)
↧
Dallas/Texas (Ebla 18, 2015): Guyyaa Gootota Oromoo
↧
Simbirtuu; Oduu, dhimma tumsa Qeerroo fi marii Prezidentii Waldaa Qorannoo Oromoo (OSA) wajjin ta’e. Obbo Johar Mahaammad wajjin dhimma kora WW OSA, waa’ee Obbo Haayilee Fidaa fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti (gabaabinaan) G/D gooneerra
Simbirtuu; Oduu, dhimma tumsa Qeerroo fi marii Prezidentii Waldaa Qorannoo Oromoo (OSA) wajjin ta’e. Obbo Johar Mahaammad wajjin dhimma kora WW OSA, waa’ee Obbo Haayilee Fidaa fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti (gabaabinaan) G/D gooneerra
↧
Beeksisa Walgahii WWDO, Dilbata Ebla 19, 2015 (Waldaa Walgargaarsa Dargaggoota Oromoo Nannoo DMV)
Waldaan Walgargaarsa Dargaggoota Oromoo (WWDO) nannoo Washington, DC, Maryland fi Virginia hojii dirqama lammummaa bahuu boonsaa dalagaa ture, akkasumas uummata Oromoo sagaleen ukkamameef sagalee tahee sosso’aa ture sababa adda addaatiin gidduutti laaffisuun isaa ni beekama. Haa ta’u malee, hojiin bu’uuraa fi ijaarsa dargaggootaa tun caalaatti itti fufuun yeroon isaa amma waan taheef, akkaataa hojiin duraan […]
↧
↧
Ibsa ABO: Baatiin Eblaa Seenaa QBO Keessatti Baatii Seenaa Qabeessa
Ibsa ABO … ——– ABO: Baatiin Eblaa Seenaa QBO Keessatti Baatii Seenaa Qabeessa Ummatni Oromoo sirna gabrummaa walabummaa, birmadummaa fi mirga dimokraasii isaa sarbee hacuuccaa fi saaminsa gadi dhaabuu barbaade baroota dheeraaf of irraa faccisuun walabummaa isaa tikfate. Haa tahu malee dhuma irratti diinni waggoota dheeraaf Oromoo gabroomsuu irratti hin milkaa’iin ture gargaarsa meeshaa fi […]
↧
SBO: Farreen QBO Kibba Oromiyaa fi Keeniyaa-Naayroobiitti bobbaafaman
Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) | Ebla 9, 2015 Sochii diddaa gabrummaa qeerroo/barattoota Oromoo fi QBOtiin raafamarra kan jiru mootummaan Wayyaanee, sirna isaa kufaatiirraa baraaruuf ergamtoota bobbaafatee duula adda addaa gaggeessaa akka jiru, yaaliin karaa OPDO fi garaaf-bultootaan biyya keessaa fi biyyoota alaa adda addaatti taasisaa jiru ni agarsiisa. Ummata Oromoo yeroo kamiyyuu caalaa tokkummaa isaa […]
↧
Albasa Dagaga:- The Oromo Quest for Independence: The Elusive Leenco Factor
By Albasa Dagaga* Raammoo Cuqulisaa’s diatribe in defense of Laalo Guduru’s Chickens, Eagles and Leenco psychodrama has brought to light what Oromo nationalists have expected to face after the invention of ODF [Oromo Democratic Front]. Oromo nationalists are cognizant of the impending conflict with ODF since the founders of ODF are former founding members of […]
↧
Ibsa Ejjennoo Hirmaatota Kora Miseenssota ABO Kutaa Kaanaadaa bara 2015
Nuti miseensonni ABO konyaalee Kutaa Kaanaadaa keessatti argaman keessaa walitti dhufnee kora miseensota ABO Kutaa Kaanaadaa bara 2015 irratti hirmaannee, marii miseensotaa fi hoganna dhaabaa waliin erga godhannee murtilee gurguddoo akka jarmiyaatti fudhannee ibsa ejjennoo armaan gadii baafannee jirra. 1. Qabsoo moona bilisummaa Oromoo cimsuudhaaf tokkummaa jarmiyaa ABO gidduutti godhamee, jarmiyaa ABO hoggana tokkoo, casaa […]
↧
↧
Ob. Bekele Nega of OFC arrives in Minnesota to speak with Diaspora supporters (meeting on April 11 @ Oromo Community Center)
Ob. Bekele Nega of OFC arrives in Minnesota to speak with Diaspora supporters (meeting on April 11 @ Oromo Community Center)
↧
Najiib Zannuun:- GOOTOTA (Walaloo)
↧
Amersfoort/Netherlands: Ebla 18, 2015 – Kabaja Guyyaa Gootota Oromoo fi Marii Mirga Namoomaa
↧