Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all 3148 articles
Browse latest View live

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – April 4/6, 2015


SEENAA Y.G(2005): "GOGAA LAAFAATTI MARUU"

$
0
0
SEENAA Y.G(2005) Kutaa 2ffaa Barru har’atti odoo hin ceenee, Barruu kiyya kutaa 1ffaa ilaalchisee Namni tokko yaada dhuunfaatti naa katabeen kan naaf qoode dubbiftootaaf dhiheessuun barbaada. Namni kun yaada dabalataa kanatti aanu naaf gumaachee jira. Akkas jedhe/jedhan, hiikkaa “HAYYUU” jedhuuf keesse kun dhugaadha. Waan itti idaate tokkollee hin qabdu. “Oromoon Hayyummaa kan Namaaf kennu, Dhimma […]

Daandii Ragabaa: Qarmammee Ebla 2015

$
0
0
Daandii Ragabaa: Qarmammee Ebla 2015 Qarmammee Eblaa keessatti miseensota ABO sadii qabadhee dhiyaadheera. Sadan isaanii gaaffii dhimma qabsoo fi galii qabsoo Oromoo irratti isaaniif dhiyaateef deebii kennan qaban. Isin hoo maal jettu? Daaw’adhaatii, bakka jirtanitti waliin maryadhaa; akeekaa fi galii qabsoo Oromoo irratti hubannoo ifaa fi qulqulluu qabaadha! Yaada keessanillee itti eda’aa; Daaw’annaa Gaarii! Daandii […]

"Abdii Cunqurfamaa ABOn Haalelisu" Faaruu Qeerramsoo Dirree

$
0
0
“Abdii Cunqurfamaa ABOn Haalelisu” Faaruu Qeerramsoo Dirree

ቄሮ የኦሮሞ ወጣቶች ለነፃነት ንቅናቄ ድምፅ የሳምንቱ ዜና – April 1, 2015 / Qophii Addaa fi Hiikamuu Obbo Baqqalaa Garbaa

$
0
0
ቄሮ የኦሮሞ ወጣቶች ለነፃነት ንቅናቄ ድምፅ የሳምንቱ ዜና – April 1, 2015 / Qophii Addaa fi Hiikamuu Obbo Baqqalaa Garbaa

Sagalee QEERROO Bilisummaa Qophii Bitootessa Ebla 3, 2015

$
0
0
Sagalee QEERROO Bilisummaa Qophii Bitootessa Ebla 3, 2015

Ibsaa Guutama:- Hamma Hin Jirree Bookkisa Dullacha | Oldie’s Bellow of No Significance

$
0
0
Oldie’s Bellow of No Significance By Ibsaa Guutama* A Tigrean Oldie, who seems to have misunderstood the trend of history, was heard bellowing from somewhere in Hawaasaa an anti-Oromo stance as if the Oromo were still those of yester years that Yohaanis had cut their tongues to impose his will. Since the colonization of Oromiyaa, […]

TVOMT: Sagantaa Filmii Asaantii Magaalaa TORONTOO

$
0
0
TVOMT: Sagantaa Filmii Asaantii Magaalaa TORONTOO

HRLHA: Western Governments’ Aid Is Funding Human Rights Repression in Ethiopia

$
0
0
The following is a presentation of the Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) at the 2015 Oromo Studies Association’s (OSA’s) Midyear Conference. ————— The Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) Presented by Garoma B. Wakessa, Executive Director OSA Midyear Conference at Maximilians- University, Germany March 28-29, 2015 After its […]

Usmayyoo Mussaa: "Seenaa Dhaabbataa"

Dhufeeraa Birraasaa:- "Barbaacha Barii Baddee" (Walaloo)

SBO Ebla 8 Bara 2015. Oduu, Ibsa Ejjennoo Kora Miseensota ABO Kutaa Kanadaa fi Koricha ilaalchisee gaaffii fi deebii geggeeffame akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa (ኦነድ በአማርኛ)

Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 6, Bara 2015

$
0
0
Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 6, Bara 2015

O-TV: On OSFNA 2015; Aug. 1-8 in Minneapolis – Oromo Sports in North America

Afan Oromo Movie "Ajaa’iba"– Back to Minneapolis by Popular Demand – May 2nd, 2015 @ Capri Theater

$
0
0
Fresh from its history-making weekend of April 4, 2015 – when “Ajaa’iba” was screened in two North American cities (Minneapolis and Seattle) at the same time (the first for an Afan Oromo movie) and with huge turnouts at both events, it’s been announced that “Ajaa’iba” will come back to Minneapolis for a second screening on […]

QEERROO: Godina Arsii fi Bakkeewwan Birootti Qonaan Bultootni Oromoo Saaminsa Lafaa Dura Dhaabbachuudhaan Investeroota Halagaa Arii’an‏

$
0
0
Gabaasa Qeerroo Ebla 7, 2015 Asallaa Uummatni Oromoo saaminsa lafaa Mootummaan Wayyaanee fi Investerootni alagaa fudhachaa jiran dura dhaabbachaa jira. Godina Arsii aanaa Gololchaa ganda Siree Baggoo fi Furda Bal’aa jedhamee beekamu keessatti investerri mootummaa Wayyaanee waliin harka mirgaa tahee hojjetu Mohaammed Amaan jedhamu lafa qotee bultootaa fudhachuuf wayita jedhutti Uummatni qotee bultootaa dura dhaabbatanii […]

Milkeessaa Gadaa: Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo

Abdii Luuccee: Sirba Yaadannoo Gootota Oromoo

$
0
0
Abdii Luuccee: Sirba Yaadannoo Gootota Oromoo

Oromo & Oromiyaa: Frequently Asked Questions – Brochure Prepared by OromoLiberationFront:info

$
0
0
- The pdf version of the brochure can be accessed here.

Abdii Borii:- Maal haa baasuuf dhama raasuu?

$
0
0
Abdii Borii irraa* Akkuma beekamu MQBO keessatti tasgabbiin dhibuun ilmaan Oromoo hedduu yaachisaa turuun isaa hundafuu ifaa dha. Kun ammoo namootuma amma ofii salphatanii Oromoo salphisaa jiran irraa ti. Gaaffii akkamitti, maal godhanii eessatti jettu sana ammaaf seenaaf dhiisutu gaarii dha. Gochaan Habashotaa kun barumsa nuuf haa tahu jechuuf, ilmaan namaa ti ni yadna waan […]
Viewing all 3148 articles
Browse latest View live