SBO: "Waldhaga’uu dadhabne malee, Wayyaaneen filannoodhaan aangoo akka hin...
SBO: Waxabajjii 7, 2015 – Oduu, “Waldhaga’uu dadhabne malee, Wayyaaneen filannoodhaan aangoo akka hin gadhiisne walitti himnee turre,” Dr. Geetaachoo Jigii SBO irratti, Waldaa Hawaasa Oromoo Amerikaa...
View ArticleGammadaa Olaanaa:- Anaaf Galaaneen Finfinneedha
Gammadaa Olaanaatiin Walleen akeektuu seenaa taate wallisaa jaallatamaa Haacaaluu Hundeessaa “Malaan Jiraa” jedhe hojjete kiliipiin dabaale ummataaf dhiyeesse jira. Wallee kana keessatti jechoonni...
View ArticleVOA: Biyyi nuti itti baqanne nu hiraarse jedhu baqattoonni Paaris keessaa
Tujubee Horaa | VOA Baqattoonni laga Meditraniyaan qaxxaamuruu dhaan gara Ferensayitti imalan rakkoo hamtuun isaan mudachuu dubbatu. Mootummaan bakka jireenyaa waan nuu hin kennineef jecha daandii irra...
View ArticleAboma:- The Story of an Oromo Born in Addis Ababa in 1970’s with Typical...
Editor’s Note: as we mark the second anniversary of the “I Am Oromo First” declaration by Ob. Jawar Mohammed in June 2013, we open the floor for more discussion on Oromo identity and the Oromo...
View ArticleOVR: With Oromo Filmmaker Gammadoo Jamaal & OVR’s ‘Oromia Insight’ in English
OVR: With Oromo Filmmaker Gammadoo Jamaal & OVR’s ‘Oromia Insight’ in English
View ArticleQEERROO: Naannawaa Shaggar Aanaa Sulultaa Ganda Dubar Keessatti Warraaqsi...
Waxabajjii 9, 2015 – Dubar Naannawa Shaggar aanaa Sulultaa ganda Dubar keessatti sochiin Qeerroo daran jabaatee itti fufuun Wayyaanee fi jaleewwan sirnichaa raafama keessa buuse jira. Filannoo dharaa...
View ArticleWaamicha Gumii Marii Addaa (Public Forum) Lammii Oromoo Maraaf – Waxabajjii...
Oromia National Association | Gamtaa Lammii Oromiyaa @ www.Oromia-NA.com *** Waamicha Gumii Marii Addaa (Public Forum) Lammii Oromoo Maraaf 06/27/2015 – Los Angeles, CA *** Yeroo ammaa kana Biyyi...
View ArticleSBO: Filannoo Wayyaanee Eeboo fi Daabboon Durfamu
(Sagalee Bilisummaa Oromoo – Waxabajjii 9, 2015) Addunyaa irra filannoo gosa lamatu jiran. Kanneen biyya ijaarratan, sagalee ummataa fi seera biyyaa kabajan, mirgi sabummaa fi matayyaa heeraan...
View ArticleUPDATED with Flyer: June 19, 2015 (Washington DMV) – Call to Demonstrate...
Dear All Oromos in the Washington DC Metro Area and living in other states of USA The Oromo Community Organization (OCO) of the Washington Metropolitan Area, the Oromo Youth Self-help Association...
View ArticleSBO – Waxabajjii 10, 2015. Oduu, Waggaa 27ffaa Hundeeffama SBO...
SBO – Waxabajjii 10, 2015. Oduu, Waggaa 27ffaa Hundeeffama SBO sababeeffachuun qophii Minisootaatti geggeeffame ilaalchisuun gaaffii fi deebii Aadde Saamiyaa Usumaan waliin taasifamee fi qophii biroo:...
View ArticleAbdisa Amanuel:- What Being an Oromo Means to Me
Editor’s Note: the following piece deals with Oromo identity. Follow (and/or join) the ongoing discussion about Oromo identity and the Oromo struggle under the “Oromo-First” tag on Gadaa.com as we...
View ArticleOVR: Tibbanaa Keenya Hayyuu Seenaa Dr. Mohammad Hasan Waliin Gaaffii fif...
OVR: Tibbanaa Keenya Hayyuu Seenaa Dr. Mohammad Hasan Waliin Gaaffii fif Deebii Taasise Qabatee Dhiyaate
View ArticleOYA-MN Presents "No Place Like Home"| Cultural & Spoken Word Show on June 12,...
Interview with OYA-MN {Oromia Youth Association of Minnesota} officers Ob. Abdii Muudee and Ob. Guttamaa Hamzaa via OMN; details about the event are given below.
View Article