(Sagalee Bilisummaa Oromoo – Waxabajjii 9, 2015) Addunyaa irra filannoo gosa lamatu jiran. Kanneen biyya ijaarratan, sagalee ummataa fi seera biyyaa kabajan, mirgi sabummaa fi matayyaa heeraan mirkaneeffame keessatti filannoon adeemsifamu kan sagalee ummatni kenne kabaju dha. Biyyoota akkanaatti filannoon ummata ittiin sobuuf hin gaggeeffamu. Sagalee isaa irra ejjatanii kan ofiif fedhan filame jedhanii labsatuufis ittii hin […]
↧