Walaloota (Gamteessaa Sabaa irraa)
Gaarattii Gaarattii ol baate roggee Eennu dhaqee diina mogge Kophaa hin dhaqnee inni gaafa duraa Sabboonaa fi sabbboontutuuyyi jiraa Guyyaan leetoo leetoo Guyyaan heexoo heexoo Warra balleessuu majanii...
View ArticleOromo Recording Artist Dagim Mekonnen (Kilolee) Rereleases Self-Titled Album...
Oromo recording artist Dagim Mekonnen’s (Kilolee’s) 2007 self-titled album – Kilolee, Vol. 6 – has been rereleased in digital stores (iTunes, Google Play, Amazon.com …) by the Roba Music Group. To get...
View Articleለኣቶ፡ ተክለ፡ የሻው፡ ድንፋታ፡ የተሰጣ፡ መልስ —የቃሉ፡ ኩሽ፡ ዓምድ፡ ክፍል፡ ሶስት
ከቃሉ ኩሽ ———————– For previous parts of the series, click here: - ክፍል፡ አንድ - ክፍል፡ ሁለት ———————–
View ArticleWeellistuu Almaaz Tafarraa Isin Yaamaa Jirti
(Oromedia, 17 Amajjii 2014) – Weellistuu Almaaz Tafarraa haala dhukkubsatee tajaajila wal’aansaaf kan oolu gargaarsa lubbuu ishii baraaru akka barbaadaa jirtu gabaafame. Maddeen keenya Oromiayaa Bahaa...
View ArticleGOOTUMMAA QOFAATU BILISUMMAA – Kutaa 1ffaa
SEENAA Y.G (2005) Ummati Afriikaa Kibbaa Maandeellaaf kabajaa qabu sagalee tokkon kan mirkaneesseef, Gootummaa isaan ta’uun mamii hin qabu. Gootummaan Maandeellaa har’a Onnee tokkon tokko lammiilee...
View ArticleKorri Miseensota ABO Irroomsa Gadaa Oromoo fi Torban Dachee Iyyaafate
(Oduu Caayaa Oromoo, 17 January 2014) – Miseensoti ABO kutaa Australia kora waggaa miseensotaa fi hawaasa Victoria magaalaa Melbourne keessatti gaggeeffatan milkiin xumuran; ibsa ejjannoo murtiilee...
View ArticleABO Konyaa West Australia – Guyyaa WBO – Amajjii 26, 2014
Guyyaa WBO – ABO Konyaa West Australia Teessoo: Corner of Dryandra Drive and Pendular Gardens Mirrabooka, WA – 6061 Guyyaa: Amajjii 26, 2014 Yeroo: 12:00 WB Konyaan ABO Perth, West Australia Ayyaana...
View Articleየኣቶ፡ ተክሌ፡ እና፡ የነፍጠኞች፡ የታሪክ፡ ድሪቶና፡ ከንቱ፡ አንጀባ –የቃሉ፡ ኩሽ፡ ዓምድ፡ ክፍል፡ አራት
ከቃሉ ኩሽ ———————– For previous parts of the series, click here: - ክፍል፡ አንድ - ክፍል፡ ሁለት - ክፍል፡ ሶስት ———————–
View ArticleBoycotting of the Genocide-Admirer Minstrel/Azmari Teddy Afro Continues
The campaign of boycotting the genocide-admirer Minstrel/Azmari Teddy Afro has continued – especially on Facebook and other social media networks, the campaign has continued with posts, such as the one...
View ArticleOromo Studies Association’s (OSA’s) Letter to U.S. Secretary of State on the...
The following letter to the U.S. Secretary of State, Mr. John F. Kerry, is from the Oromo Studies Association (OSA), a scholarly, multidisciplinary, non-profit international organization, established...
View ArticleFull Speech of the OLF Representative, Dr. Shigux Geleta, on the Frankfurt...
The Frankfurt Horn of African Solidarity Conference (January 4, 2014) Dear Mr. Chairman, Dear Honorable Representatives of the People’s Front for Democracy and Justice (PFDJ) and the Ogaden National...
View ArticleNew Statue for Menelik?
By Kallacha Dubbi* The debate and the root of the idea The perennial view of Ethiopia as a nation of one culture and one ethnic owner suffered a serious blow by, among many, the 1974 revolution and the...
View Article“Afaan Oromo I”– Language Course to Be Offered at Minneapolis Community &...
The Minneapolis Community & Technical College’s Continuing Education & Customized Training will offer “Afaan Oromo I” from February 1, 2014 to March 8, 2014; registration closes on January 25,...
View ArticleA Message from My Heart to My Oromo People
By Jamal Abdulkarim Hassan* My aim is to create a strong unity that promotes a truly democratic society, not only within the Oromo people, but also throughout the African continent in my lifetime. True...
View ArticleSichi Arrabsamana, Sichi Hidhamna, Sichi Ajjeefamana, Sichi Saamamna, Sichi...
Baareentuu Gadaa irraa* Tibba kana ilmaan nafxanyootaa biyyaa fi Alattii wal-tahanii duula olaantummaa isaanii calaqqisiisu, kan tuffii saba Oromootif qabana caalaatti argisiisu dalagaa jiraachuu kan...
View ArticleKonsartii Hoodaa – Magaala Finfinnee Keessatti (Amajjii 26, 2014 – yk....
Guyyaa Gaafa: Amajjii 26, 2014 (Yk. Amajjii 18, 2006 E.C.) – Waaree Booda Sa’a 6:00 Eegalee Bakka: Naannoo Kiiloo 6, Daandii Imbaasii Amerikaa Geessutti – Galma Aadaa fi Tuurizimii Keessadha
View ArticleNo universal Ethiopian hero or history: a rejoinder to Al Mariam
By Buri Waddesso | OPride.com Menelik II, Ethiopia’s brutal 19th century king, has made a sudden return to the Ethiopian media spotlight over the last two months. Much has been written, from opposing...
View Articleየሞረሽ፣ ጉንጭ አልፊ ወግ
ከባህሩ፡ ባይሳ* ክፉ የወለደው፣ ክፋት ያሳወረው፣ ዛሬም አልተወኝም፣ ዘሬን የጨረሰው። አፉ ለከት የለዉ፣ ምላሱ መርዝ ነው፣ ቢያከብሩት የሚንቅ፣ ቢተዉት የማይተው፣ በሰው ታሪክ ገብቶ የሚዘላብደው፣ አስቲ ሊጠይቀዉ፣ ማን ስለሆነ ነዉ? በምን ችሎታው ነው፣ ራሱን የሚክበው? ሁሉን አዉቃለሁ፣ ሁሉን አቀናለዉ – ባይ፣...
View ArticleODF @ FINAL EXAM
Malkaa Caffee Irraa* Wal Ijibbaannee Beenaa! Dabartan Sanuu Feenaa, Yoo Kuftan Xurii Seenaa! ——————————– “የወያነ (TPLF) ባለስልጣኖችን በፍርድቤት እጋፈጣቸዋለሁ” “Aangawoota Wayyaanee (TPLF) Wajjin Mana Murtii Duratti...
View ArticleKaleessa WBO Hidhannoo Guutuu Waliin Hiriirsanii Karaa Baalee Ganan; Har’a...
‘Waraabessi Biyya Isa Hin beekne Dhaqee Kaldhoo Naa Afaa Jedhe’ (Argan Beeko*) Mammaaksi akka mata duree barruu kanaatti dhihaate kun dubbii warra ODF ibsuuf karaa gabaabsa. Murni namoota yeroo adda...
View Article