Gaarattii Gaarattii ol baate roggee Eennu dhaqee diina mogge Kophaa hin dhaqnee inni gaafa duraa Sabboonaa fi sabbboontutuuyyi jiraa Guyyaan leetoo leetoo Guyyaan heexoo heexoo Warra balleessuu majanii Dhugaa otoo sirriin arganii Gamteessaa Sabaatiin (A.T.) **************************** Gaafa Eenniyyoon Bayee Dhaabate Gaafa eenniyyoon bayee dhaabate Leencatu fokkoree dhaadate. Gamnuma nuu kenne gooytan haqaa Goobanatu nu nyaate […]
↧