Jaallannee Gammadaa | VOA WASHINGTON, DC — Waldaan Qorannoo Oromoo kora isaa isa 28ffaa Hagayya 2 fi 3 bara 2014 galma Yunivarsitii Hawaard kan Waashingtan Diisii keessatti gaggeesse jira. Kora kana irratti hayyoota Oromoo fi kanneen Oromoo hin ta’in mata duree adda addaa irratti ibsa kennanii jiru. Gadaa Gujii fi Boranaa kan ilaaleen abbootiin Gadaa […]
↧