Soraa Halakee | VOA WASHINGTON, DC – Waldaan kun bara 1960 keessa hujii jalqabe.Wannii innii hujii jalqabeef akka perzdaantiin waldaa kanaa Obboo Dirribi Demisee jedhutti ummata wal barsiisuu, waan ufii wal irraa barachuu, rakkoo ufii waliin dubbachuu fi waan qaban walti dabalachuu. Gaafa ganna 50essoo isaa Amerikaa Washington DC-ti ulfeessani nama hedduutti biyya alaa gara […]
↧