Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Qeerroo: Hanqina Roobaa Godina Harargee Bahaa fi Shaggar Bahaa Keessatti Uumameef Mootummaan Wayyaanee Ilaalcha Keenuu Dhabuu Irraan Uummati Gara Malee Miidhamuu Qeerroon Gabaase

$
0
0
(Qeerroo.org – Hagayya 26, 2015 Finfinnee) – Godina Harargee bahatti hanqina roobaan wayita ammaa kana haala yaaddessaa fi sodaachisaa keessa uummata buusee jira. Baatiwa darban Waxabajjii irraa kaasuudhaan shakkiin bokkaa baduun wal qabatee uummanni yaada kaasee dhiyeessa kan ture keessatti roobni hanqinni yoo mul’ate horii keenyaaf waan soora ittiin dhiyeessinu hin qabnu haalli jiru ammoo […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles