(Oromedia, 26 Hagayya 2015) Weellisaan Oromoo beekamaa, Tsaggaayee Daandanaa, dhibamee gargaarsa lammii barbaadaa jira. Odeessi nu gahe akka ibsutti, Tsaggaayeen erga dhibamee ciisee bubbuleera. “Dhibee isaas jabaa waan ta’eef, wal’aansa olaanaa isa barbaachisa,” jedha odeessi nu gahe. Tsaggaayee Daandanaa qabsoon bilisummaa Oromoo akka jabaatuufi akka beekamuuf karaa hedduun wallee isaatiin gumaacha guddaa gochaa jiraachuun isaa […]
↧