Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Camadaa Hundee:- Ummata Oromootu hooggantoota dhaabbilee siyaasaa akka tokkooman kadhachuu qabamoo, hooggantoota dhaabbilee siyaasaa Oromootu tokkummaaf ummata Oromoo kadhachuu qaba?

$
0
0
Camadaa Hundee irraa* — Kutaa lammaffaa Barreefama kiyya kutaa tokkoffaa keessatti dhimma waamaicha tokkummaa ilmaan Oromiyaa ilaalchisuun, waanuma natti muldhatee fi ittiin guungumaa deemu, maalifan yaada kiyya nama wajjin hin qooddanne jedhee, waanta haarawaa qabaachuu baatus, waan hundi keenya quba qabnu barruun dhaammachuu barbaade. Dhugaa dubbachuuf yaadi ilmaan Oromiyaa dhimma barruu kanaan wal qabsiisanii naaf […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles