Taammanaa Bitimaa irraa** DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa shanaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara mandhee tanaa dhuftan mee nagaa fi nageenyi, bilisummaa fi walabummaan Oromiyaa taanyaaf haa dhufu! Erga mandara Tokkee Kutaayyee kana bultanii hamma tokko haara-baafattanii, mee amma wanneen karaaf nu barbaachisan mara fudhannee […]
↧