Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

VOA: Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa –“Kudhaama Seenaa” (Leellisaa Aadaa)

$
0
0
Kitaabi haaraan mata dureen isaa “Kudhaama Seenaa” jedhamuu fi kan seenaa, aadaa fi amantii Oromoo ibse maxxanfamee ba’ee jira. Barreessaan kitaaba kanaa ogumaan balaliisaa xayyaaraa yoo ta’an barnoota Phisics baratan Obbo Leellisaa Aadaa kitaaba barreessuuf kan na kakaase bal’ina aadaa fi seenaa Oromoon qabu jedhan. Kitaaba kana barreessuuf hayyootaa fi hoogganoota qabsoo Oromoo hedduu na […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles