(Oromedia, 17 Sadaasa 2013) Miidhaa fi roorroon ilmaan Oromoo irra gayaa jiru kan fala argachuu dnada’u yoo ummati oromoo hundee miidhaa fi roorro sanaa ofirraa kaase ta’uun heddumminaan haasayamaa jira. Haata’uutii, mala dhibdeen Oromoo kun ittiin furmaata argatuu danda’u irratti karaa fi tooftaa waloo akeekuun heddumminaan ibsamaa hin jru. Oromedian akka waltajjii Oromoo addaddaa irratti […]
↧
Gatii fi gumaa Oromoota ajjeefamanii kan baastu Wayyaanee dha
↧
KORBOO SHEEKKOTAA
Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Mee kunoo harra irraa jalqabeen mataduree “KORBOO SHEEKKOTAA”, jedhamu kana jalatti sheekkota gaggabaaboo (“short stories”) tan addaddaa isinii dhiyeessuuf yaala. Egaa kunis akkuma yeroon naaf hayyametti. Isin warri kana duukaa buutanii dubbiftan akka itti gammaddan abdiin qaba. Dabaleesoo, kanaan dura sheekkonni afur akka yeroo garagaraa mandhee ONA keessatti bayan isin yaadachiisuun […]
↧
↧
Roorroo Abbaatu Dhoowwata!
Jiituu Lammii – Unbarsiitii Finfinnee “Karaa nama yartuu sareen abidda qaqqaammatti.” jedha Oromoon yoo mammaaku. Akkaataa duudhaa Oromoottii, Uumaafi uumamni, jiruufi jireenyi, hangafaa quxusuun, dufaa darbaan, dhiyaa bariin,…. Hunduu safuu qaba. Safuutti bula. Kanaafidha hagamuu jaalatanillee kan sareen gulantaa ol tarkaanfattee namaan qixxee abidda bira hinteenyeef. Kun safuudha! Safuu sabaa eegun ammoo matuma isaattuu ammas […]
↧
Oromo: Saving the Endangered Species at Home and Abroad
Photo Credit: HRLHA (OromoPress) – It is rare to come across any other nationality groups like the Oromo from the Horn of Africa who are as subjected to overwhelming abuses at home under subjugation and occupation and overseas as refugees with no safe haven. From destructive events developing at unprecedented rate in Oromia and in […]
↧
Ob. Tesfaye Metta, Long-Standing Advocate for the Oromo Cause, Dies in Belgium
Ob. Tesfaye Metta, Consistent and Long-Standing Advocate for the Oromo Cause Gadaa.com expresses its condolences to the family and colleagues of Ob. Tesfaye Metta. A Note from Ayyaantuu.com: “It is with great sadness to share with you disappointing news about the passing away of Ob. Tesfaye Metta in Belgium on 18th of November 2013. Ob. […]
↧
↧
Waamicha Hiriira Mormii (Oslo, Norway) – Sadaasa/November 22, 2013
Ilmaan Oromoo Oslo fi naannoo jiraattan hundaaf: Akkuma hundi keessan quba qabdanitti lammiiwwan keenya biyya Saudi Arabia jiran miidhaan guddaan irra gahaa jira. Gocha raawwatamee fi raawwachaa jiru kana balaalefachuuf akka dhaabbatus gaafachuuf gaafa Jimaataa, guyyaa (Sadaasa/November) 22.11.2013 Embassy Saudi Arabia fi Ministeera dhimma alaa Norge fuulduratti IHOO’n hiriira mormii qendeessaa jira.Kanaafuu guyyaa jedhame kana […]
↧
Here Comes the Trial Balloon!
By Malkaa Guutuu* Now and then I check some of the Diaspora owned and operated Ethiopian websites. I happened to be browsing the Ethiopian Review the other day, when I came across an eye-catching headline — “Ethiopia’s Shrinking Prime Minister.” Citing its sources, the online magazine declares, ”The two TPLF factions are appearing to be close […]
↧
AMMA CUFATANITTI , NI DONGARATU
Dokumenti Guutuu
↧
Waamicha Hiriira Nagayaa WHO Torontoo Irraa
Gyyaan: Sadaasa/November 24, 2013 Yeroon: 12:30pm Iddoon: Queens Park Affeerraan kun Oromoota Torontoo fii naannoo ishii jiraatan maraafi. The Global Oromo Refugee Crisis: Take Back Our Homeland to End the National Homelessness
↧
↧
OSA and Oromo Community Associations in NA: Open Letter to Prince Mohammed bin Naif bin Abdulaziz, Re: Oromo Immigrants in Saudi Arabia
The following open letter was written by the Oromo Studies Association (OSA) and nearly half a dozen Oromo Community Associations in North America (NA) to Prince Mohammed bin Naif bin Abdulaziz of Saudi Arabia regarding the current state of Oromo immigrants in Saudi Arabia. —————– Date: November 20, 2013 Prince Mohammed bin Naif bin Abdulaziz, […]
↧
OLF Info Desk: Statement on the Ongoing Harassment Against Immigrants in Saudi Arabia
በባእድ ኣገራት የጥቃት ሰለባ ለሆኑት ስደተኞች ዋነኛው ተጠያቂ የኣገር መሪ ነኝ ባዩ የወያኔ ስርኣት ነው ኣብዛኞቹ ኦሮሞ የሆኑ የተለያዩ ብሄር ብሄረሰብ ተወላጆች ባገራቸው ሰርተው ማደግ ተስኖኣቸው በያመቱ ወደ ጎርቤትና ሩቅ ሃገራት ይሰደዳሉ። ኣብዛኞቹ በህገ ወጥ መንገድ ድንበር ኣሳብረው ጎሮቤት ኣገራት ይገባሉ። ጎሮቤት ኣገራቱ ውስጥም የወያኔ መንግስት ተጽእኖ ኣላሰራ ሲላቸው ለደህንነታቸው ሰግተው ርቀው ለመሄድ ሲሉ የከፋ […]
↧
Volunteers restore eyes, lips, and hope in Nejo, Oromia
(by Heidi Reed | OPride) … Led by Nejo-native Obse Lubo, the group has already restored sight to the blind, renewed hope to countless people with cleft lips, and provided much-needed medical training to the people of this underdeveloped region. Lubo who is on her fifth annual medical mission to the hospital, is founder of […]
↧
Ajjefamaa, Saamamaa fi Madaa’aa Jirra, Kan Iyyata Keenya Dhaga’uu Dhabne
Jaallannee Gammadaa | VOA WASHINGTON, DC — Bulchiinsa naannoo Oromiyaa Godiina Haraargee Bahaa aanaalee Minoo fi Mayyuu Muluuqqee keessa uummanni jiraatan kan Oromoo dhalatoota bulchiinsa Naannoo Somaaleetiin dararaan nu irra ga’aa jira jechuun Raadiyoo Sagalee Amerikaaf ibsan. Anaalee lameen keessa kan jiru gandeen 30 keessa uummanni jiraataa ture kan Oromoo ajjefamaa qabeenyaan isaas saamamaa fi […]
↧
↧
Oromo Democratic Front (ODF): Statement on the Mistreatment of Immigrants from Ethiopia in Saudi Arabia
A statement from the Oromo Democratic Front (ODF) … November 22, 2013 We, members of the Oromo Democratic Front (ODF), strongly condemn all actions of brutality carried out against migrant workers from Ethiopia in the Kingdom of Saudi Arabia. Leave alone our fellow Oromos, we do not wish such dehumanizing, barbaric, and vicious violence being […]
↧
Germany’s Oromo Nationals and Other Nationals Protest Killings of Immigrants in Saudi Arabia
A protest demonstration, organized by the Union of Oromo Students in Germany (UOSG) in collaboration with the Oromo Community in Hessen and the Oromo Community in Munich, strongly condemned the mass killings, torturing and brutal treatments and rapes by some Saudi citizens and security forces. The protest took place on 21 November 2013 in front […]
↧
Oromo Relief Association (ORA): Urgent Appeal Letter – Re: Refoulement of Refugees from Saudi Arabia
The following is an urgent appeal letter from the Oromo Relief Association (ORA). —————————— His Highness Prince Mohammed bin Nawaf bin Abdul Aziz Embassy of Saudi Arabia 30 Charles Street London W1J 5DZ 18 November 2013 Your Highness, I write as Chairman of the Management Committee of the Oromo Relief Association, UK, to express my […]
↧
From Abba Bahrey to Dr. Berhanu Nega’s ESAT and Gimbot-7 – Irrational Fear of the Oromo (Oromo-Phobia) at the Center of Hateful Campaign of Defamation Against Oromo Human Rights Activists
From the Editor’s Notebook Anyone, who has paid attention to the Horn of African social media over the last few days, can notice the ongoing hateful campaign of defamation against Oromo human rights activists; a video of a minute and 40-seconds long is being used to propagate Oromo-phobia. In the video, Oromo nationalist activists in […]
↧
↧
North American Oromo’s Appeal Letter about Oromo Refugees in the Kingdom of Saudi Arabia
The following is an appeal letter from the Oromo Studies Association, the Oromo Community Association of Chicago, the Oromo Community Association of Ohio, the Oromo Community Association of Michigan, the Oromo Community Association of Kentucky, the Oromo Community of Minnesota, the Minnesota Oromo Elders Council, and the Oromo Community of South Dakota. —————- November 25, […]
↧
Oromo Community in Riyadh, Saudi Arabia, Appeal Letter to UNHCR
The following is an appeal letter to the UNHCR from the Oromo Community in Riyadh, Saudi Arabia. ————————- Oromo Community in Riyadh K.S.A 23 November, 2013 United Nations High Commissioner for Refugees (UNHCR) Riyadh, K.S.A CC: Headquarters of UN in Geneva CC: Regional Headquarters Oromo Community in Riyadh: Appeal Letter to UNHCR Dear Sir, The […]
↧
Siyaasa jibbiinsaa fi karaa cabeen haa yaasuu irra, ilaa fi ilaameetu nubaasa
Camadaa Hundee irraa* Siyaasa ammayyaa keessatti ilaa fi ilaameen bakka guddaa qaba. ilaa fi ilaameen garaagarummaa siyaasaa jiru bifa bilchinaa fi beekumsa qabuun waliif keessummeessuuf daandii guddinaa ti. Siyaasa ammayyaa keessatti ilaachi amantaa siyaasaa tokko duwwaan jiraachuu hin danda’u. ilaalchi siyaasaa bifa gara garaan ibsamu jiraachuun isaa dirqama ta’a. haala mooraa siyaasa Oromoos yoo ilaalle […]
↧