Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Browsing all 3148 articles
Browse latest View live

SBO – Qophii Guraandhala 16, 2014

SBO Guraandhala 16 Bara 2014: Sochii Diddaa Gabrummaa Biyya Keessaa Qeerroo fi Sabboontotni godhaa jiranii fi qophiilee odeeffannoolee biroo qaban caqasaa …

View Article


የሚኒልክን አረመኔያዊ ጭፍጨፋ የሚናስተዉሰዉ –የታሪክ እሥራኛ ለመሆን ሳይሆን፣ የዛሬዎቹን የሚኒልክ ሕልመኞችንም ለመቅበር ነዉ

በጨመዳ ሁንዴ* ታሪክ በጥሩም በመጥፎም ጎኑ ይነሳል። ሁለቱም የሚነሱበት ዋና ምክንያት በትናትነዉ ዘመን ወይም ታሪክ ለመኖር ሳይሆን በጎ ድርግቶችን አዘምነን መጥፎ ፍፃሜዎችን ዳግመኛ እንደይከሰቱ (እንደይመለሱ) አዲሱ ትዉልድ እንድማርበት ነዉ። በአጠቃላይ አነጋገር ታሪክ ሲባል በተላያዩ መልኩ ትርጉም ሊሰጠዉ ይችላል።...

View Article


A Multinational Conference in London on the Human Rights Crisis in Ethiopia –...

EVENT ANNOUNCEMENT A conference has been organized on the growing human rights crisis in Oromia, Ogaden, Gambella and other parts of Ethiopia. There will be presentation by different speakers, legal...

View Article

Diddaan Uummataa Magaalaa Sulultaa Irratti Ka’een Namootni 5n Tikoota...

Guraandhala 16, Qeerroo magaalaa Sulutaa Irraa (Qeerroo) – Diddaa magaalaa Sulultaa irratti gaggeeffameen abbootni maatii 5n tikoota wayyaaneetiin qabamanii bakka buuteen isaanii dhamabee jira. Isaan...

View Article

HRLHA: Message of Condolence on the Passing Away of Mr. Bekele Nadhi

The following is a statement from the Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA). ——————— Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) It was with profound sadness and deep grief that the...

View Article


Highlighting the Achievements of Oromo Women in Our Lives: She Sings...

By the Editorial Board of OromoTV.com We often feel the need to use words like hero along with other powerful words to describe deserving people with the courage and audacity to pursue their life-long...

View Article

Artist Ilfinash Qannoo – Live Performance for the First Time in Perth,...

View Article

Walaloo: Juneydi Habiba

Eenyu beeka laata Achi buutee isaa Ifii lubbun jiraa? Maaltu dhabamsiise Du’een awwaalamne Qabrii saa hin agarre Dachiit gad liqimsee? Mo sarichaatu nyaate Kan inni guddisee? Boolla namaaf qote Ifiif...

View Article


Yaadannoo Mararsiiffannaa Obbo Baqalaa Nadhii

Lubee Biruu irraa* | Guraandhala 17, 2014. Jaalle Baqalaa Nadhii bara 1966 Waldaa Maccaa Tuulamaatti walbarree. Baqalaa Nadhii karaa Abbaa isaatin Gullalee, kara hadha isaatin Galaan irra, Shaggaritti...

View Article


Seenaa Gabaabaa Obboo Baqqalaa Nadhii

Tasfaayee Kennaa  Irraa Obboo Baqqalaa Nadhii Ji’a Amajjii bara 1935 Abbaa issaanii Obboo Nadhi Ida’aa fi Haadha issaanii Aaddee Dastaa Birruu Irraa Magaalaa guddittii Finfinnee keessatti dhalatan....

View Article

Duula Karaa Qindaayee fi Walirraa Hin Cinneen Oromoorratti Gaggeeffamaa Jiru!

Baareentuu Gadaa irraa* Yeroo ammaa kana akkuma  hunduu quba qabu karaa qindaawee fi walirraa hin cinneen duulli maqa baleessii, seenaa Oromoo  xiqqeessanii fi xureessanii dhiheessuu midiyaalee adda...

View Article

Walaloota (Gamteessaa Sabaa irraa)

Bilisa Baafna Lammii Bilisa baafna lammii Alagaan nutti kaate falmii Alagaan nyaaphaa falmitullee Gantumaa sila maaf hin gallee? Gantuus amma galaa jiraa Alaga ari’aa ofirraa Maali barri gidiraa Kamtu...

View Article

SBO – Qophii Guraandhala 19, 2014

View Article


ዶክተር ሃይሌ ላረቦ ለምስክርነት ብቁ ኣይደሉም።

- ከቃሉ ኩሳ

View Article

Remembering Mr. Bekele Nadhi

A Note from a Gadaa.com reader: Dear Gadaa.com readers, please find the attached article (excerpt) published on the Capital, a local newspaper in Ethiopia, on the death of the Honorable Mr. Bekele...

View Article


In Memory of Obbo Bekele Nadhi

By Ayele Zewge Bojia* The devastating news of the death of the legendary leader of Macha and Tulama Association, Obbo Bekele Nadhi, was received with deep grief and sorrow. The passing away of such a...

View Article

Introducing Oromia Media Network (OMN)

(Oromia Media Network) – The Oromia Media Network (OMN) is an independent, nonpartisan and nonprofit news enterprise whose mission is to produce original and citizen-driven reporting on Oromia, the...

View Article


ዶክተር ሃይለማሪያም ላሬቦ ለምስክርነት ብቁ አይደሉም። እንዲሁም የኦሮሞን ታሪክ ለመተንተን ብቃትም ሥልጣንም የለውም።...

ከቃሉ ኩሳ - ከቃሉ ኩሳ

View Article

SBO: Qophii Guraandhala 23, 2014

View Article

Buqqifama Oromoota Shaggarii fi Naannoo Isaa – Kutaa Tokkoffaa

Taammanaa Bitimaa irraa*- DURADUBBII Barreeffamni matadureen isaa: “Stop Clearing Oromo from their Land in the name of boosting economic development – Who will stand for the Oromo’s living on the...

View Article
Browsing all 3148 articles
Browse latest View live


Latest Images