(Oromedia, Finfinnee, 18 Bitootessa 2015) Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa ‘Wiirtuu Aadaa Oromiyaa’ fi ‘Siidaa Wareegamtoota Calanqootti’ ijaarsise dhiyeenyatti eebbisiisa. Gabaasaan keenya Finfinnee irraa akka ibsetti, Biiroon kun kana kan beeksise ayyaana waggaa 25ffaa hundeeffama OPDO sababeeffachuun. Hogganaan biirichaa kan dhiyeenya muudaman, Obbo Geetuu Wayyeessoo akka ibsanitti, ‘Wiirtuun Aadaa Oromiyaa’ Finfinnee naannoo Addabaabaayii Masqalaatti lafa […]
↧