Toleeraa Fiqiruu Gamtaatiin* Dhimma hoggantoota ODF/ADO Finfinnee seenuufi bahuu wajjiin walqabatee Miidiyaalee Hawaasaafi Sabaa himaalee irraa waantonni tibbana dubbifnuufi arginu hedduu nama rifachiisa. Sochiiniiifi qabsoon waliqixummaa, haqaafi bilisummaa Oromoon geggeessaa yoona gahe kun har’as hangam sadrakaa sabigidummaafi waldhunfataa irra gahe laata? gaffii jedhullee akkan kaasu na godhe. Facebook kun itti fayyadamtoota Oromootiif gidduu kana dirree […]
↧