Boruu Barraaqaa irraa* Mata duree kana yeroo dubbisu Oromoon ofitti hin hin gaddine yoo jiraate inni rakkoo akkamii akka qabu mooji. Gariin namoota keenyaa, lakkii wanti kun gurra guddisa malee dhugaa miti jedhanii of jajjabeessuu yaalani. Garuu dubbichi dhugaa dha. Warruma waan kana harkaa qabutu lallabatee dadhabee nama irraa dhagahu dhabee itti dhiise. Haa tahu […]
↧