Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

QEERROO: Godina Lixa Shaggar Aanaa Xiquur Incinniitti fi Godina Wallaggaa Anaa Ebantuutti Barattootni Oromoo Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa FDG Itti Fufuu Qeerroon Gabaase

$
0
0
Bitootessa 18, 2015 Gabaasa Qeerroo Godina Shaggar aanaa Xiiqur Incinniitti Bitootessaa 18, 2015 Goototni barattootni Oromoo mana barumsaa Dirree Incinnii sadarkaa 2ffaa fi Uummatni walitti dhufuun FDG haalaan qindaa’a ta’ee dhoosuun waraana wayyaanee waliin wal dura dhaabbatan. Mootummaan wayyaanee yeroo dhiyoo baatii tokko keessatti bosona Oromiyaa keessa jiruu fi warashaalee qabeenyaa guddaa qabatee jiruu ibiddaan […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles