Hawwaasa Oromoo fi Miseensota ABO hundaaf Akkuma beekkamuu ABO bikka lamatti citee ture Sadasaa bara 2012 tti dhibdee turte araaran xumurachuun akkataa garaa Jarmaa tokko jalaatti walitti deeb’uu walhubannoo taheen labsamuun ni yaadatama. Amma kun xumuramee walgahiin jila hoogganootaa dhaabni kun Caasaa fi Hooggana takka jalatti deebi’uu laabsu Berlinti tahuuf deema. Kanumaan walqabsiisee haala yeroo […]
↧