Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Barataa Aslaan Hasan Mana Hidhaa Keessatti Wareegame

$
0
0
Barataan Yuunivarsiitii Haramaayaa Aslaan Hasan Mana Hidhaa Mootummaa Wayyaanee Keessatti Wareegame (Qeerroo.org – Waxabajjii 03, 2014 Finfinnee) – Ajjeechaan ilmaan Oromoo keessumaa barattoota Oromoo irratti xiyyeeffatamuun tarkaanfiin fudhatamaa jiru itti fufee jira. Yuunivarsiitii Haramaayaa keessatti gaaffii abbaa biyyummaa gaafachuudhaan Mana hidhaa mootummaa Wayyaaneetti darbamuu irraan darbuudhaan barattootni Oromoo mana hidhaa keessatti ajjeefamaa jiru. Barataa Nuuraddiin […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles