Abdii Boruutiin* DHALOOTNI QUBEE BU’AA QBO TI MALEE KAN POLOTIKAAN GOSAA DHALCHEE MITI Yeroo hunda, dhimmi uummata Oromoo ykn waayeen qabsoo bilisummaa isaa yoo ka’u, Habashootni, waan kana busheessuuf jedhanii siyaasaa ykn polotikaa gosaa wajjin walqabsiisanii fedhii isaanii guuttachuuf carraaqqii akka godhan hubatama. Dhiyoo kana waayee Maastar Plaanii Finfinnee (MPF) ilaalchisee marii VOA sagantaa Afaan […]
↧