Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Oggaa Loon Gadoodu, Ammoo Harreen Marga Dheeddi

$
0
0
Horii keessaa kan lafa sanyiin isaa itti du’e fuunfatee irratti gadooduun gadda isaa ibsatu loon kophaa dha. Loon bakka bineensi jabbii isaa yookaan loon biraa itti nyaate, yookaan namni loon itti qale oggaa ga’u, lafa sana fuunfatee gadooda. Sun gadda isaa ibsachuu isaa argisiisa. Seera uumaa ta’ee gumaa baasuu dadhabu illee gadda itti dhaga’ame sagaleen […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles