Taammanaa Bitimaa irraa Yaa Shaggar olka’ii dubbaddhu Yaa shaggaa koo oljedhii dubbaddhu Ishiitoo biyya raasaa Ishii diina dhamaasaa Dhaloota Qubeetti iyyaddhu Waaqaa-lafas waammaddhu! Yaa Shaggar dubbaddhu Yaa Finfinnee dubbaddhu Kichuuwwan Oromoo Kan sabaa kan qomoo Siif jettee waadamtee Siif jettee qalamtee Barumbaraan yaadaddhu! Uummata keerraa addaan si baasanii Boongoo si godhachuun Aadaa fi afaan ofiitiin […]
↧