Ebla 4, 2014 ADDA BILISUMMAA OROMOO OROMO LIBERATION FRONT Gurmuu Qabsaawwootaa fi Miseensoota-ABO (GQM-ABO) GQM-ABO ajjeechaa, dararaan qaamaa, hidhaa fi shoroorkaan uummata karaa nagaan mirga isaa gaafate irratti raawwatamu umurii bittaa gabroomfataa ni gabaabsa malee umurii isaa hin dheersu jenneeti amana. Gootota Oromoo heddumeeysa malee hin xiqqeesuusi jenna. Seenaa Addunyaa kanaa keessatti ummanni alagaan nu […]
↧