Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Oromoon wal malee gargaarsa biraa akka hin qabne yoomiyyuu caalaa ifa ta’uu qaba | FDG: Oromoon yoo har’a waliif hin mirmanne (dirmanne) yoom waliif mirmata (dirmata) laata?

$
0
0
Oromoon wal malee gargaarsa biraa akka hin qabne yoomiyyuu caalaa ifa ta’uu qaba Abdii Boruutiin* Impaayara Itoophiyaa tana keessatti, sochiilee godhamaa turani fi jiran yoo ilaalle, hamma Oromoon saboota biroo wajjin dhaabbatee adda-durummaadhaan wareegama guddaa kaffale, dhimma saba keenyaarratti garuu saboonni biroo dafanii nuuf mirmatanii nu wajjin dhaabbachuun isaanii hin mul’atu. Kan fagoo hafee, isuma […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles