Korri Gamtaa Kutaalee ABO Awurooppaa (Kutaa Giddu Galeessa Awurooppaa, Kutaa UK fi Kutaa Scandinavia) gaafa 01.08.2014 fi 02.08.2014 (Hagayya/August 1/2, 2014) magaala Frankfurt, Germany tti Geggeeffama! Odeeffannoo baldhaan dhufaa jira! Saganteeffa dhaa! Hirmaa dhaa! KHQ Kora Gamtaa Kutaalee GGA
↧