Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

BAQATTOONNI SHORORKEESSITOOTAA MITI!

$
0
0
Najiib Zannuun irraa* Ummanni Oromoo biyya isaa badhaatuu, quuftuu fi tan waan hundaan guuttamte Oromiyaa keessatti if tahee jiraachuu dadhabuun;mirga namummaa isaa mulqamee dararaa, hidhaa, tumamuu fi gidiraa adda addaa argaa jiraachuun beekkamaadha. Biyyaaf biyyoo isaa tan Oromoo bira tartee alagallee quubsitu irratti abbaa biyyummaa dhabee lubbuu isaa baasuuf erga baqachuu eegalee baroota dheeraa lakkoofsisee […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles