SEENAA Y.G(2005) kutaa 2ffaa Maraammartoon siyaasaa akaaku hedduu qabaachuu mala. kan irratti walii galuun danda’amu, shira diinni Maraammartoo keessa nu galchee kasaaraa siyaasaa keenya ol kaasuuf itti fayyadamu ta’uu fi dhiisuu adda baafachuu irratti dha. Maraammartoon kun wayyaaneen qofaa odoo hin taanee, humnoota alaa fi Biyyoota ollaan kan gaggeeffaman ni jiru. Ajandaa namaa uumanii nama […]
↧