Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Qarriffaa Saree Lafeerratti Akeekkatu!

$
0
0
Baareentuu Gadaa irraa* Mammaaksa Oromoo “Qarriffaa Saree Lafeerratti Akeekkatu!” jedhu  kan lammii Oromoo taane martuu akka dhagahaa fi mammaakaas guddanne shakkiin hin jiru. Mammaaksi kun mammaaksoota ummata Oromoo biratti beekamanii fi mammaakaman keessaa mammaaksa ijoo fi warreen akkaan jireenya hawaasummaa keessatti  barbaachisoo ta’an keessatti akka ramadamuu danda’us tilmimaamuun nama hin rakkisu. Namni ennaa Sareen lafii […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles