Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Biya Jarmanii – Waamicha Kabaja Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO)!

$
0
0
Tokkummaan Baratoota Oromoo Jarmanii damee Bayern (TBOM) fi damee Hessen (TBOH) waliin ta’uudhaan guyaa Waraana Bilisummaa Oromoo kabajuudhaaf waamicha ulfinaa dabarsina. Akka hirmaattaniif kan afeeramtan: 1. Miseensota TBOM fi TBOH hundumaa 2. Hawaasa Oromoo biya Jarmanii jiran 3. Oromtittii 4. Miseensota Oromoo dhaabaa amantaa garaa garaa fi 5. Miseensota Oromoo dhaabaa siyaasaa garaa garaa Guyyaa: […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles