Ittanaa Guuttataa irraa* Hireen ilmaan namaa yeroo hundaa waan wal hinqixxaanneef carraan isa kaan bitaarra kaaniinimmoo mirgarra akka Abiraamifi Looxii bobbaasti. Uummtni Oroomoos ta’e sab lammiiwwan biraan ulfaatina jireenyaa jalaa miliquuf biyya keessatt ta’e biyya ambaatti bu’anii ba’uun carraa isaaniif ba’ee dha. ‘Mechees maal godhanii, farsoo maskaramii qaxanxan godhanii’ jedhu ollaan koo tokko dur. Waanti […]
↧