Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Siyaasa jibbiinsaa fi karaa cabeen haa yaasuu irra, ilaa fi ilaameetu nubaasa

$
0
0
Camadaa Hundee irraa* Siyaasa ammayyaa keessatti ilaa fi ilaameen bakka guddaa qaba. ilaa fi ilaameen garaagarummaa siyaasaa jiru bifa bilchinaa fi beekumsa qabuun waliif keessummeessuuf daandii guddinaa ti. Siyaasa ammayyaa keessatti ilaachi amantaa siyaasaa tokko duwwaan jiraachuu hin danda’u. ilaalchi siyaasaa bifa gara garaan ibsamu jiraachuun isaa dirqama ta’a. haala mooraa siyaasa Oromoos yoo ilaalle […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles