Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Abdii Boruu:- Tartiiba Qubee Afaan Oromoo jijjiiruun waan boba’aa jirurratti boba’aa dabaluu dha

$
0
0
Abdii Boruutiin* Kaayyoon Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) fi warraaqsi biyya keessatti akka ibiddaa boba’aa jiru injifannoolee hanga ammaatti argaman tikfachaa; waan hafe “Abbaa-Biyummaa Oromoo” mirkaneessuuf akka ta’e firaafis ta’ee diinaaf ifa waan ta’ee dha. Dhugaan lafarra jiru kana ta’ee otuu jiruu, shira biraa xaxuudhaan injifannoo QBOn argamsiise ”Qubee Afaan Oromoo” tartiiba isaa jijjiiruun duula bifa […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles