Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Mee kunoo harra irraa jalqabeen mataduree “KORBOO SHEEKKOTAA”, jedhamu kana jalatti sheekkota gaggabaaboo (“short stories”) tan addaddaa isinii dhiyeessuuf yaala. Egaa kunis akkuma yeroon naaf hayyametti. Isin warri kana duukaa buutanii dubbiftan akka itti gammaddan abdiin qaba. Dabaleesoo, kanaan dura sheekkonni afur akka yeroo garagaraa mandhee ONA keessatti bayan isin yaadachiisuun […]
↧