Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Keeyeroon Darajjee:- Hanga Oromoon [Walaloo]

$
0
0
[via BeekanGuluma.org] Ibbida saafaa duraa ilaalaa, Hin kulkulfannu kan jedhan baala Mukukula citaa baala daarimuu Gogeeti badaa kansaa maal himuu Goraa balbalaaf booda hin millannu Gonfoo eenyummaa eenyuufuu hinlaannu Korma haqasaaf dhugaaf borratuu, Biyyoon tasumaa ijasaa hin seentuu, Kalesssas har’as boriis durattuu Shakkee ijikoo duuba hinmil’atuu Maaf jedhan jennees hinqabaaxxarru Tuqamne jennes kanaaf hin aarruu […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles