Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Hawaasi Oromoo Biyya Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaa Jiraatu, Sirna Guyyaa Yaadannoo Wareegamtoota Oromoo Gaggeeffate

$
0
0
Gabaasa: Abbaa Seenaa Hawaasni OROMOO magaalaa kaampaalaa jiraatu, Ebla 15, Guyyaa Yaadannoo Wareegamtoota/Gootota Oromoo walitti dhufuun kan gaggeeffate yennaa ta’uu, sirni guyyaa yaadannoo wareegamtoota Oromoo kun akka aadaa Oromootti eebba Maanguddootaa fi yaadannoo sammuu Gootota/ wareegamtoota Oromoof taasisuun eegalee jira. Itti aansuun keessummaan sirna kanaa, maqaa hawaasa Oromoo Magaalaa Kaampaalaatiin, guyyaa yaadannoo wareegamtoota Oromoof, dungoo […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles