Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Barruuleen Warraaqsaa fi dhaadannoo Magaalota Oromiyaa Garaagaraa fi Finfinnee Keessatti Maxxanfaman

$
0
0

Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa Kan Diimokiraasii fi Bilisummaa (Qeerroo)

(Qeerro.org – Fulbaana 12, 2013, Finfinnee) – Akkuma beekamu yeroo ammaa Wayyaaneen barri bittaa isheetii waan xumuramuu jala gaheef ilmaan Oromoo yakka tokko malee gaafatama seeraa jala kan jiranis ajjeesuudhaan qabeenyaa uummata Oromoo saamuu; hidhaa garmalee ariyatamuu manneen barnootaa irraa addumatti ilmaan Oromoo irratti akka raawwataa jirtu beekamaa fi ifa kan taheedha. Haalli gocha wayyaanee kanaa biyya keessatti yeroo ilaalamu guyyuudhaan kan dabalaa deemuudha miidhaan Oromoo irra gahaa jiru kuni.

- Read Full Story (Qeerroo.org)


Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles