Abdii Boruutiin* Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) bu’aa bayii hedduu keessa dabartee as geessullee, waggoota shanii jaha ofduuba garagallee haala ture yoo yaadannu, qabsoon teenya laaftee abdii kutachiisaarra waan geesse fakkaata ture. Sababni isaas jeequmsa mooraa QBO keessumaayuu mooraa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) keessatti uumameen diina dhiisanii walirratti duuluun faashinii yeroo sanaa waan tureefi. Isuma sana […]
↧