—- From Ob. Ibsaa Guutama (via Gubirmans.com) … Nagaa isa Dhumaa Baqqalaa Makonniniif Dhaamu Baqqalaa Makonnin qaamaan nama bareedaa fulli ifaa yeroo hunda nama arguu gammaduu, arjaa fi of kennaa ture. Kun nama hin beekneef himuuf malee kan beekaniif kana caalaa tahuu saa waliin beekna. Miirri Baqqalaa, murannoo fi dudhammi kaayyoo saba saatiif qabu akkuma […]
↧