Miseensota WWDO fi Dargaggoota Oromoo naannoo DMV maraaf: Baga jal-bulti waggaa haarawa bara 2016 geessan jechaa walgahii fi mariin miseensota WWDO fi dargaggoota Oromoo naannoo Washington, DC, Maryland fi Virginia, haala yeroo ammaa Oromiyaa irratti gaafa Dilbata Amajjii 3, 2016 sa’atii 5:00w.b. irraa egalee ni geggeeffama. Akkuma yaadatamu, WWDOn yeroo adda addaattti waamicha lammii keenya […]
↧